Get Mystery Box with random crypto!

Nuuralhudaa

Telegram kanalining logotibi nuuralhudaa1 — Nuuralhudaa N
Telegram kanalining logotibi nuuralhudaa1 — Nuuralhudaa
Kanal manzili: @nuuralhudaa1
Toifalar: Din
Til: Oʻzbek tili
Obunachilar: 21.30K
Kanalning ta’rifi

Soora Qalbii Muslimaa

Ratings & Reviews

4.67

3 reviews

Reviews can be left only by registered users. All reviews are moderated by admins.

5 stars

2

4 stars

1

3 stars

0

2 stars

0

1 stars

0


Oxirgi xabar 8

2023-02-22 22:39:12 Ija bishaanii Rabbiin nuuf kenneen yoo gama samii ol laallu duumessa argina. Duumessaa olitti urjiilee muraasa argina. Yeroo guyyaatti aduu, yeroo halkaniitti ammoo Addeessa argina. Sanii olitti samitu nutti mul’ata. Namoonni hedduun dachiin tun diriirtuu akka eelee biddeenaati, samiin ammoo akka gombisaati jedhanii yaadan. Garuu dubbiin akka namni heddu yaadu sanii miti. Urjiin samii keessa jiru meeqa isinitti fakkaata. Lakkaawanii xumuruun danda’amaa? Gama biraatiin ammoo Pilaanetoota albuudni qaaliin irratti roobutu jira. Dhimmoota kanaafi kanneen birootiif link tuqaa dubbisaa. https://nuuralhudaa.com/35877/
1.5K viewsResolve, 19:39
Ochish/sharhlash
2023-02-21 01:08:47 RAADIYOO NUURALHUDAA
Soora Qalbii Muslimaa
✪✪✪✪✪✪✪✪✪✪✪✪✪
SOORA QALBII
Sagantaa 790ffaa
February 20, 2023
✪✪✪✪✪✪✪✪✪✪✪✪✪
Dhaddacha Jaalalaa
Doosee 172ffaa
Tana Quba Qabduu?
Artificial intelligence
Tafakkur
Great egret
Sagalee Qulqullina Qabu Youtube irraa dhageeyfachuuf



Download gochuuf https://nuuralhudaa.com/35873/
576 viewsTU, 22:08
Ochish/sharhlash
2023-02-18 15:43:54 Keeysummaa Nuuralhudaa
Sheikh Jamaal Baddeeysaa


970 viewsTU, 12:43
Ochish/sharhlash
2023-02-16 23:38:22 RAADIYOO NUURALHUDAA
Soora Qalbii Muslimaa
✪✪✪✪✪✪✪✪✪✪✪✪✪
Sagantaa 789ffaa
February 16, 2023
✪✪✪✪✪✪✪✪✪✪✪✪✪
Jaarmaya Bultii Islaamaa
Murtii Dhaddacha Jaalalaa 171ffaa
Dr. Liwaa’ulislaam
✪✪✪✪✪✪✪✪✪✪✪✪
Sagalee Qulqullina qabu Youtube irraa dhageeyfachuf



Download gochuuf https://nuuralhudaa.com/35858/
425 viewsTU, 20:38
Ochish/sharhlash
2023-02-15 12:55:14 Baatii Rajab keessa soomanni ajajame jiraa?
Deebisaa guutuu liinkii kanarraa dubbisaa https://nuuralhudaa.com/fnh/690/
1.1K viewsTU, 09:55
Ochish/sharhlash
2023-02-14 05:21:10 RAADIYOO NUURALHUDAA
Soora Qalbii Muslimaa
✪✪✪✪✪✪✪✪✪✪✪✪✪
SOORA QALBII
Sagantaa 788ffaa
February 13, 2023
✪✪✪✪✪✪✪✪✪✪✪✪✪
Dhaddacha Jaalalaa
Doosee 171ffaa
Tana Quba Qabduu?
Ajaa’iba ilmoo dhaluun wal qabatu
Tafakkur
Ermine

Sagalee Qulqullina qabu Youtube irraa dhageeyfachuuf



Download gochuuf https://nuuralhudaa.com/35851/
555 viewsTU, 02:21
Ochish/sharhlash
2023-02-13 18:46:50 Seenaa Gorsa guddaa qabdu


1.1K viewsTU, 15:46
Ochish/sharhlash
2023-02-10 01:44:55 RAADIYOO NUURALHUDAA
Soora Qalbii Muslimaa
✪✪✪✪✪✪✪✪✪✪✪✪✪
Sagantaa 787ffaa
February 9, 2023
✪✪✪✪✪✪✪✪✪✪✪✪✪
Jaarmaya Bultii Islaamaa
Murtii Dhaddacha Jaalalaa 170ffaa
Dr. Liwaa’ulislaam
✪✪✪✪✪✪✪✪✪✪✪✪
Sagalee Qulqullina Qabu Youtube irraa dhageeyfachuuf



Download gochuuf https://nuuralhudaa.com/35844/
525 viewsTU, 22:44
Ochish/sharhlash
2023-02-07 02:27:32 RAADIYOO NUURALHUDAA
Soora Qalbii Muslimaa
✪✪✪✪✪✪✪✪✪✪✪✪✪
SOORA QALBII
Sagantaa 786ffaa
February 6, 2023
✪✪✪✪✪✪✪✪✪✪✪✪✪
Dhaddacha Jaalalaa
Doosee 170ffaa
Tana Quba Qabduu?
Dorgommii Daldalaa
Tafakkur
Sloth Bear
Sagalee Qulqullina Qabu Youtube irraa dhageeyfachuuf



Download gochuuf https://nuuralhudaa.com/35832/
548 viewsTU, 23:27
Ochish/sharhlash
2023-02-04 16:15:26 DHADDACHA JAALALAA   
Kabajamtoota hordoftoota Radio Nuuralhudaa; guyyaa har’aa iyyannoo dhaddacha Jaalalaa fi Riqicha sunnaah keessummeessuu eegallee jirra. namoonni iyyannoo qabdan liinkii tuqaa iyyannoo keessan katabaa. iyyannoo katabuun duratti ulaagaalee guuttamuu qaban sirritti dubbisaa. iyyannoo kan keeysummeessinu guyyaa har’aa qofa. guyyaa boruu liinkiin kun ni cufama. galatoomaa. https://nuuralhudaa.com/iyyannoo/
743 viewsTU, 13:15
Ochish/sharhlash