Get Mystery Box with random crypto!

Nuuralhudaa

Telegram kanalining logotibi nuuralhudaa1 — Nuuralhudaa N
Telegram kanalining logotibi nuuralhudaa1 — Nuuralhudaa
Kanal manzili: @nuuralhudaa1
Toifalar: Din
Til: Oʻzbek tili
Obunachilar: 21.30K
Kanalning ta’rifi

Soora Qalbii Muslimaa

Ratings & Reviews

4.67

3 reviews

Reviews can be left only by registered users. All reviews are moderated by admins.

5 stars

2

4 stars

1

3 stars

0

2 stars

0

1 stars

0


Oxirgi xabar 2

2023-05-29 22:48:53

4.0K viewsTU, 19:48
Ochish/sharhlash
2023-05-27 23:13:10 Mootummaan Diiggaa Masjiidotaa Hatattamaan Akka Dhaabsisu Waammichi Dhihaate
https://nuuralhudaa.com/36046/
5.0K viewsMohamedamin Hussen, edited  20:13
Ochish/sharhlash
2023-05-27 10:56:16 Teknoolojiin sodaatamaa ture eegalame! link tuqaa guutuu dubbisaa
https://farhiyadam.com/wanti-sodaatamaa-ture-eegalame/
4.9K viewsTU, 07:56
Ochish/sharhlash
2023-05-26 00:56:55 RAADIYOO NUURALHUDAA
Soora Qalbii Muslimaa
✪✪✪✪✪✪✪✪✪✪✪✪✪
Sagantaa 803ffaa
May 25, 2023
✪✪✪✪✪✪✪✪✪✪✪✪✪
Jaarmaya Bultii Islaamaa
Murtii Dhaddacha Jaalalaa 178ffaa
Sheikh Muhammad Waadoo
✪✪✪✪✪✪✪✪✪✪✪✪
Sagalee Qulqullina Qabu Youtube irraa dhageeyfachuuf



Download gochuuf https://nuuralhudaa.com/36042/
4.6K viewsTU, 21:56
Ochish/sharhlash
2023-05-23 03:15:02 RAADIYOO NUURALHUDAA
Soora Qalbii Muslimaa
✪✪✪✪✪✪✪✪✪✪✪✪✪
SOORA QALBII
Sagantaa 802ffaa
May 22, 2023
✪✪✪✪✪✪✪✪✪✪✪✪✪
Dhaddacha Jaalalaa
Doosee 178ffaa
Tana Quba Qabduu?
Gurbaa Sababaa uffannaatiif barnootarraa ari’ame
✪✪✪✪✪✪✪✪✪✪✪✪✪
Sagalee Qulqullina qabu YouTube irraa dhageeyfachuuf



Download gochuuf https://nuuralhudaa.com/36038/
5.1K viewsTU, 00:15
Ochish/sharhlash
2023-05-21 14:11:16
INNAALILLAAHI WA INNAA ILAYHI RAAJI'UUN!

Godina Arsii Lixaa Aanaa Adaabbaa Ganda Leenca Waashaatti balaa Konkolaataa Muudateen Lubbuun Barsiisota Yuunivarsiitii Madda Walaabuu 20 olii dabruun dhagahame.

Makiinaan kun guyyaa kaleessaa May 20, 2023 Yuunivarsiitii Madda Walaabuu irraa Barsiisota 65 fe'ee imalaa kan ture yoo tahu, qilee Washaa irraa garagalee namoonni 20 ol du'anii heddu ammoo madaahuun beekame.

Barsiisonni kunniin yuunivarsiitii Madda Walaabuu kaampaasii Shaashamanneetti barsiisuuf imalaa osoo jiranii, Aanaa Adaabbaa gaara Washaa irraa makiinaan miliqee laga keessa bu'uun gaaga’amni hamaan kun dhaqqabuu dandahe.

Barsiisaan qartuu dhaloota dhufuuti. guyyaa tokkoon barsiistota 20 ol dhabuu jechuun hawaasa biyyattii guutuuf miidhama guddaadha. Maatii barsiistota du'anii hundaaf jajjabina hawwina.
5.8K viewsResolve, 11:11
Ochish/sharhlash
2023-05-19 22:59:23 RAADIYOO NUURALHUDAA
Soora Qalbii Muslimaa
✪✪✪✪✪✪✪✪✪✪✪✪✪
Sagantaa 801ffaa
May 19, 2023
✪✪✪✪✪✪✪✪✪✪✪✪✪
Jaarmaya Bultii Islaamaa
Murtii Dhaddacha Jaalalaa 177ffaa
Sheikh Muhammad Waadoo
✪✪✪✪✪✪✪✪✪✪✪✪

Sagalee Qulqullina Qabu YouTube irraa dhageeyfachuuf



Download gochuuf https://nuuralhudaa.com/36035/
4.9K viewsTU, 19:59
Ochish/sharhlash
2023-05-19 21:34:43 Murtii dhaddacha Jaalalaa 177ffaa Application Nuuralhudaa irraa dhageeyfadhaa. sa’aa muraasa booda gamanaanis isiniif maxxansina in shaa Allaah!
4.5K viewsTU, 18:34
Ochish/sharhlash
2023-05-18 09:19:31 Wanti namni hundi fedhu bultii ijaarachuudha yoo jenne soba hin ta’u. haa ta’u malee akkuma bulti ijaarachuun jiru bulti diiguunis waanuma beekkamaadha. Bultii ijaaruun aarsaa guddaa gaafata. Akkasuma bulti diiguunis waan salphaa miti. Mallaqa dhabuu irraa kaasee haga ilmaan ofii dhabuutitti nama geessa. Kasaaraa qabeenyaa fi namaatiin cinattis fayyaas nama dhabsiisuu danda’a. waa’ee bulti diiguu ykn hiikkaan walqabtee qabxiilee ajaa’ibaa armaan gadii dubbisaa. https://nuuralhudaa.com/36026/
5.2K viewsMohamedamin Hussen, 06:19
Ochish/sharhlash
2023-05-17 01:19:39 Fayyadamtoota Application Nuuralhudaa hundaaf!

Application Nuuralhudaa saffisa isaa fooyyessuufi, wantoota muraasa sirreessuuf hojii guddatti jirra. sababuma kanaaf Kamiisa boruu (May 18, 2023) Ganamarraa eegalee sa’aa muraasaaf tajaajilli addaan cita. hanga dandahameen waan hunda saffisaan xumuruuf yaalii goona. isinis akka obsaan nu eeydan kabajaan isin gaafanna.

Kutaa tekniika Nuuralhudaa irraa
https://bit.ly/nhapp3
1.4K viewsTU, 22:19
Ochish/sharhlash