Get Mystery Box with random crypto!

Nuuralhudaa

Telegram kanalining logotibi nuuralhudaa1 — Nuuralhudaa N
Telegram kanalining logotibi nuuralhudaa1 — Nuuralhudaa
Kanal manzili: @nuuralhudaa1
Toifalar: Din
Til: Oʻzbek tili
Obunachilar: 24.49K
Kanalning ta’rifi

Soora Qalbii Muslimaa

Ratings & Reviews

4.67

3 reviews

Reviews can be left only by registered users. All reviews are moderated by admins.

5 stars

2

4 stars

1

3 stars

0

2 stars

0

1 stars

0


Oxirgi xabar 11

2023-01-07 16:03:58 Namni tokko osoo Qur’aana qara’u yoo bakka sujuudaa gahe sujuuduun isarratti dirqamaa? https://nuuralhudaa.com/fnh/678
429 viewsTU, 13:03
Ochish/sharhlash
2023-01-07 12:50:28

840 viewsTU, 09:50
Ochish/sharhlash
2023-01-06 18:35:10 Anaa fi intalti takka wal jaalanne. Eega wal jaalanneen booda warri keenya lamaan walitti dhufanii nikaya nama godhus waaman. Garuu guyyaa nikaaha godhan san ‘eenyuun bakka buufatta’ naan hin jenne, ‘hayyama godhi’ naan hin jenne. Anuma duubaan nikaaha godhan. Nikaan kun akkamitti laallama? Deebisaa guutuu liinkii kanarraa dubbisaa! https://nuuralhudaa.com/fnh/677
1.1K viewsTU, 15:35
Ochish/sharhlash
2023-01-05 22:29:26 RAADIYOO NUURALHUDAA
Soora Qalbii Muslimaa
✪✪✪✪✪✪✪✪✪✪✪✪✪
Sagantaa 777ffaa
January 5, 2023
✪✪✪✪✪✪✪✪✪✪✪✪✪
Jaarmaya Bultii Islaamaa
Murtii Dhaddacha Jaalalaa 165ffaa
Dr. Liwaa’ulislaam

Sagalee Qulqullina qabu YouTube irraa dhageeyfachuuf



Download gochuuf https://nuuralhudaa.com/35724/
2.0K viewsTU, 19:29
Ochish/sharhlash
2023-01-04 13:14:57 An hojii qaba. Waan carraaqqadhu kana keessaa zakaa obboleessa kiyyaaf kennuu danda’aa? https://nuuralhudaa.com/fnh/676
1.2K viewsTU, 10:14
Ochish/sharhlash
2023-01-03 21:45:02 Rifeensa gabaabsuun dubartiif hayyamamaa? deebisaa guutuu liinkii irraa dubbisaa https://nuuralhudaa.com/fnh/675
814 viewsTU, 18:45
Ochish/sharhlash
2023-01-03 01:00:20 Namni tokko janaabtaan itti jiraatee yoo biyyeen tayammuma godhee salaate salaatni isaa akkami? Deebisaa guutuu liinkii kanarraa dubbisaa https://nuuralhudaa.com/fnh/674/
524 viewsTU, 22:00
Ochish/sharhlash
2023-01-02 21:39:09 RAADIYOO NUURALHUDAA
Soora Qalbii Muslimaa
✪✪✪✪✪✪✪✪✪✪✪✪✪
SOORA QALBII
Sagantaa 776ffaa
January 2, 2023
✪✪✪✪✪✪✪✪✪✪✪✪✪
Dhaddacha Jaalalaa
Doosee 165ffaa
Tana Quba Qabduu?
Aadaa Ayyaana Bara Haarayaa
Tafakkur
Hawaa
✪✪✪✪✪✪✪✪✪✪✪✪✪
Sagalee Qulqullina Qabu Youtube irraa dhageeyfachuuf



Download godhuuf
https://nuuralhudaa.com/35707/
✪✪✪✪✪✪✪✪✪✪✪✪✪
Social Media Gaazexeessitoota Nuuralhudaa
Usmaan Abdullaxiif
Facebook https://www.facebook.com/caayaa1
Instagram https://www.instagram.com/osman_abdulatif/

Farhiyaa Aadam
Youtube https://www.youtube.com/@farhiyaadam
Facebook https://www.facebook.com/farhiyaa.aadam
Tiktok https://www.tiktok.com/@farhiyaa99

Abdulnaasir Tufaa
Facebook https://www.facebook.com/kennaa.rabbirraa
Youtube https://www.youtube.com/@abdulnaasirtufaa

Abuu Ibtisaam
Facebook https://www.facebook.com/abu.ibtisam2

Abuu Bilaal Huseen
Facebook https://www.facebook.com/zekarias.elias.940

Abbaas Ibnal Islaam
Facebook https://www.facebook.com/abbaasibnulislam
Instagram https://www.instagram.com/abbas_ibni/
590 viewsTU, 18:39
Ochish/sharhlash
2022-12-31 12:31:32 Mallaqa osoo zakaan irraa hin bahin waggaan 2 itti naannahe akkam godhan? https://nuuralhudaa.com/fnh/673/
1.6K viewsTU, 09:31
Ochish/sharhlash
2022-12-31 12:02:25 Namni Tashahhuda (Attaahiyyaata) duraa irraanfate akkam godhuu qaba? deebisaa liinkii kanarraa dubbisi https://nuuralhudaa.com/fnh/672/
1.5K viewsTU, 09:02
Ochish/sharhlash