Get Mystery Box with random crypto!

Ija bishaanii Rabbiin nuuf kenneen yoo gama samii ol laallu du | Nuuralhudaa

Ija bishaanii Rabbiin nuuf kenneen yoo gama samii ol laallu duumessa argina. Duumessaa olitti urjiilee muraasa argina. Yeroo guyyaatti aduu, yeroo halkaniitti ammoo Addeessa argina. Sanii olitti samitu nutti mul’ata. Namoonni hedduun dachiin tun diriirtuu akka eelee biddeenaati, samiin ammoo akka gombisaati jedhanii yaadan. Garuu dubbiin akka namni heddu yaadu sanii miti. Urjiin samii keessa jiru meeqa isinitti fakkaata. Lakkaawanii xumuruun danda’amaa? Gama biraatiin ammoo Pilaanetoota albuudni qaaliin irratti roobutu jira. Dhimmoota kanaafi kanneen birootiif link tuqaa dubbisaa. https://nuuralhudaa.com/35877/