Get Mystery Box with random crypto!

DHADDACHA JAALALAA    Kabajamtoota hordoftoota Radio Nuuralhu | Nuuralhudaa

DHADDACHA JAALALAA   
Kabajamtoota hordoftoota Radio Nuuralhudaa; guyyaa har’aa iyyannoo dhaddacha Jaalalaa fi Riqicha sunnaah keessummeessuu eegallee jirra. namoonni iyyannoo qabdan liinkii tuqaa iyyannoo keessan katabaa. iyyannoo katabuun duratti ulaagaalee guuttamuu qaban sirritti dubbisaa. iyyannoo kan keeysummeessinu guyyaa har’aa qofa. guyyaa boruu liinkiin kun ni cufama. galatoomaa. https://nuuralhudaa.com/iyyannoo/