Get Mystery Box with random crypto!

Nuuralhudaa

Telegram kanalining logotibi nuuralhudaa1 — Nuuralhudaa N
Telegram kanalining logotibi nuuralhudaa1 — Nuuralhudaa
Kanal manzili: @nuuralhudaa1
Toifalar: Din
Til: Oʻzbek tili
Obunachilar: 24.42K
Kanalning ta’rifi

Soora Qalbii Muslimaa

Ratings & Reviews

4.67

3 reviews

Reviews can be left only by registered users. All reviews are moderated by admins.

5 stars

2

4 stars

1

3 stars

0

2 stars

0

1 stars

0


Oxirgi xabar 37

2022-08-29 02:15:03 Dhalaan diddibattee if tottolchuun akkami? Deebisaa guutuu link tuqii dubbisi
https://nuuralhudaa.com/fnh/497/
#Fataawaa_Nuuralhudaa
2.5K viewsTU, edited  23:15
Ochish/sharhlash
2022-08-28 22:35:43 Ilmi dhiiraa rifeensa dheereffachuun akkamitti laallama? Deebisaa guutuu link itti aanu tuqii dubbisi https://nuuralhudaa.com/fnh/504/
2.4K viewsTU, edited  19:35
Ochish/sharhlash
2022-08-28 15:27:51 Dhukkuba Kintaarotii (Hemorrhoids)
Namoonni kallattiin gaafii gaafachuu feetan +251906111110 irratti bilbilaa


2.7K viewsTU, 12:27
Ochish/sharhlash
2022-08-28 13:55:58 Namtichi kun gooftaa isaatiif qodhaa seenee harka isaa ol qabee tursiise. guyyoota hedduuf harka isaa osoo gad hin deebisin turee, boodarra harki isaa akkasitti goggogee hafe. umrii isaa guutuu haala kanaan harka ol baasee jiraachutti jira. link tuqaa barruu gutuu dubbisaa. https://nuuralhudaa.com/30744/
2.0K viewsTU, 10:55
Ochish/sharhlash
2022-08-28 11:50:35 Nama Muslima hin tahinitti heerumuun hayyamamaa?

1.9K viewsTU, 08:50
Ochish/sharhlash
2022-08-27 14:25:14 Sahaabtichi beekkamaan, Abdallaah ibn Umar (Rabbi isarraa haa jaalatuu), guyyaa tokko nama haadha isaa duydatti baadhatee ka’baa xawaafu arge. namni kun Abdallaatti naannawee, “Haadha tiyya haala Kanaan baadhee xawaafuu kiyya Kanaan tola isiin naa oolte kafalee fixee jiraamii?” jechuun gaafate. Abdallaah ibn Umaris (Rabbi irraa haa jaalatuu), “dhukkubbii wayta ciniinsuu san itti dhagahame takkittii qofayyuu hin kafalle” jedhee deebiseef. Barruu guutuu link tuqaa dubbisaa waliifis sheer godhaa. https://nuuralhudaa.com/30737/
2.8K viewsTU, 11:25
Ochish/sharhlash
2022-08-27 11:36:02 Intala dubraa dirqiin heerumsiisuun akkamitti laalama?

2.2K viewsTU, 08:36
Ochish/sharhlash
2022-08-26 16:18:34 Khuxbaa Jum'aa irratti harka ol kaasanii Aamiin jechuun akkami?


2.6K viewsTU, 13:18
Ochish/sharhlash
2022-08-26 15:58:38 Qurxummiin kun anniisaa elektiriikaa nuti mana keessaa qabnu kan dachaa afuriin caalu maddisiisa. harkaan tuquu mitii ittuu hin dhihaatinaa. qurxummiin kun haala ajaa'ibaatiin uumame. link tuqaa barruu guutuu dubbisaa. eega dubbistanii xumurtanii booda bakka qormaata jettu tuqaa beekumsa keessan madaalaa. nama barruu guutuu obsaan dubbise qofatu bakka qormaata jettu argata. https://nuuralhudaa.com/30707/
2.4K viewsTU, 12:58
Ochish/sharhlash
2022-08-26 01:47:52 Bofni kun diina aggaamee summiin dhahuu irratti uumama ajaa’ibaati. Fakkeenyaaf yoo diinni itti dhufe ilma namaa tahe, fageenyarraa aggaammii ajaa’ibaatiin summii ijatti biifa. Namni sunis hoggasuma gaggabee lafa dhaha. Summiin inni yeroo tokko biifu Arba…
2.4K viewsTU, 22:47
Ochish/sharhlash