Get Mystery Box with random crypto!

Sahaabtichi beekkamaan, Abdallaah ibn Umar (Rabbi isarraa haa | Nuuralhudaa

Sahaabtichi beekkamaan, Abdallaah ibn Umar (Rabbi isarraa haa jaalatuu), guyyaa tokko nama haadha isaa duydatti baadhatee ka’baa xawaafu arge. namni kun Abdallaatti naannawee, “Haadha tiyya haala Kanaan baadhee xawaafuu kiyya Kanaan tola isiin naa oolte kafalee fixee jiraamii?” jechuun gaafate. Abdallaah ibn Umaris (Rabbi irraa haa jaalatuu), “dhukkubbii wayta ciniinsuu san itti dhagahame takkittii qofayyuu hin kafalle” jedhee deebiseef. Barruu guutuu link tuqaa dubbisaa waliifis sheer godhaa. https://nuuralhudaa.com/30737/