Get Mystery Box with random crypto!

Nuuralhudaa

Telegram kanalining logotibi nuuralhudaa1 — Nuuralhudaa N
Telegram kanalining logotibi nuuralhudaa1 — Nuuralhudaa
Kanal manzili: @nuuralhudaa1
Toifalar: Din
Til: Oʻzbek tili
Obunachilar: 24.42K
Kanalning ta’rifi

Soora Qalbii Muslimaa

Ratings & Reviews

4.67

3 reviews

Reviews can be left only by registered users. All reviews are moderated by admins.

5 stars

2

4 stars

1

3 stars

0

2 stars

0

1 stars

0


Oxirgi xabar 34

2022-09-07 12:57:46 Ijji bineensa kanaa baaynaakulaara uumamaa qaba. waan fagoo jiru as dhiheessee itti mul'isa. yeroo halkaniitis waan hunda adda baafatee arguu danda'a. link tuqaa barruu guutuu dubbisaa. https://nuuralhudaa.com/31003/
195 viewsTU, 09:57
Ochish/sharhlash
2022-09-06 21:08:10 Giddu Galli Islaamaa Taawfiiq Islamic Center Saamame. https://nuuralhudaa.com/30983/
682 viewsTU, 18:08
Ochish/sharhlash
2022-09-06 14:58:05 Jaartii tiyya na jalaa hatanii yeroo dheeraa booda naaf deebite. deebifachuu dandahaa? deebisaa guutuu link tuqaa dubbisaa. https://nuuralhudaa.com/fnh/382/
552 viewsTU, 11:58
Ochish/sharhlash
2022-09-06 14:10:50 Wanti kun uumama moo pilaastika. yoo gama jalaatiin laalan wanti garaa isaa keessatti argamu hundi ni mul'ata. qaamni isaa guutuun akka pilaastikaa ykn daawwitiiti. waan akkanaa argitanii beeytuu? link tuqaa barruu guutuu dubbisaa. https://nuuralhudaa.com/30961/
612 viewsTU, 11:10
Ochish/sharhlash
2022-09-06 06:31:59 Dubartiin Abbaa Manaa isii waliin walqunnamtii raawwattee janaabaa irraa qulqullaahuuf yeroo dhiqattu, rifeensa mataa isii akkamitti dhiqachuu qabdi? https://nuuralhudaa.com/fnh/477/
241 viewsTU, 03:31
Ochish/sharhlash
2022-09-05 18:12:18 Majliisni Naannoo Amaaraa bifa haarawaan hundeeffame.
https://nuuralhudaa.com/30950/
851 viewsTU, 15:12
Ochish/sharhlash
2022-09-05 16:14:13 Namni gama dachii tanaa imale lubbuun hin deebi'u. takka tarkaanfannaan bofarra malee lafarra hin ejjatan. barruu tana keessatti iddoowwan ilmni namaa tokkollee itti dhihaachuu hin qabne isin daawwachiisna. link tuqaa dubbisaa. https://nuuralhudaa.com/30939/
1.0K viewsTU, 13:14
Ochish/sharhlash
2022-09-05 12:06:45 Saala daa'imaa tuquun wuduu'a balleessaa?
Qaama saalaa ofii harkaan tuquun hoo akkami? link tuqaa deebisaa barreeffamaa dubbisaa. sagaleefi viidiyoonis liinkima kana keessa isiniif jira. https://nuuralhudaa.com/fnh/567/
166 viewsTU, 09:06
Ochish/sharhlash
2022-09-04 16:13:08 Dubrummaa dhiiraa maaliin mirkaneessan?
link tuqaa dubbisaa. https://nuuralhudaa.com/fnh/249/
1.6K viewsTU, 13:13
Ochish/sharhlash
2022-09-04 14:48:32 Allaattiin tun yeroo garii qurxummii gurguddaa liqimsitee hudhamtee duuti. link tuqaa garruu guutuu dubbisaa https://nuuralhudaa.com/30918/
1.6K viewsTU, 11:48
Ochish/sharhlash