Get Mystery Box with random crypto!

Nuuralhudaa

Telegram kanalining logotibi nuuralhudaa1 — Nuuralhudaa N
Telegram kanalining logotibi nuuralhudaa1 — Nuuralhudaa
Kanal manzili: @nuuralhudaa1
Toifalar: Din
Til: Oʻzbek tili
Obunachilar: 24.62K
Kanalning ta’rifi

Soora Qalbii Muslimaa

Ratings & Reviews

4.67

3 reviews

Reviews can be left only by registered users. All reviews are moderated by admins.

5 stars

2

4 stars

1

3 stars

0

2 stars

0

1 stars

0


Oxirgi xabar 32

2022-09-18 17:52:18 Dubartiin ilmoo dhalte guyyaa meeqa booda salaata eegalti? link tuqaa deebisaa ulamaa'ii dubbisaa https://nuuralhudaa.com/fnh/571/
3.6K viewsTU, 14:52
Ochish/sharhlash
2022-09-18 01:14:53 Ilbiisni kun sanyii mukaa argannaan bira dabruu hin beeku, hoomaa guutuun itti yaa'ee nyaatee balleessa. sababaa kanaaf nama heddurratti mana diigee jira. link tuqaa barruu guutuu dubbisaa. https://nuuralhudaa.com/31165/
3.4K viewsTU, 22:14
Ochish/sharhlash
2022-09-16 10:26:42 Yunivarsiitiin Islaamaa kan Mineesotatti argamu (IUM) barattoota barsiisaa ture eebbisiise. https://nuuralhudaa.com/31155/
3.6K viewsTU, 07:26
Ochish/sharhlash
2022-09-15 19:41:45
#Update: Hamiltan TV
Ustaaz Kaamil Shamsuu " Rakkoon wajjira Hamiltan mariidhaan furamee jiraa" jechuun fuula Feesbuuk isaa irratti beeksisee jira.
3.6K viewsMohamedamin Hussen, 16:41
Ochish/sharhlash
2022-09-15 16:42:53
Bulchiinsi Magaalaa Sabbataa Istuudiyoo Hamiltan TV cufe

September 15 / 2022
Nuuralhudaa

Bulchiinsi magaalaa Sabbataa sababa afaanii ‘hayyama hin qabdan’ jedhuun Kamiisa har’aa Istuudiyoo Hamiltan TV kan saamse tahuu beekamee jira. Hoggantoota fi hojjattoonni Hamiltan TV akka jedhanitti, dhaabbatichi hayyama hojii kan haaromfame guuttatee kan qabu tahus, bulchiinsichi sababa gahaa fi akeekkachiisa tokko malee hojjattoota miidiyachaa alatti yaasuun istuudiyoo guutuu saamsee jira.

Sababni miidiyaan Islaamaa hayyama mootummaa Federaalaa qabu kun balleessa tokko malee haala hin beekamneen cufameen gaafii isaanitti tahuu hojjattoonni ibsaa jiran. Dhimmicha irratti bulchiinsi magaalaa Sabbataa hanga ammaatti ifatti ibsi kenne kan hin jirre tahuus odeeyfannoon ni addeessa.

Nuuralhudaa
Soora Qalbii Muslimaa
3.3K viewsMohamedamin Hussen, edited  13:42
Ochish/sharhlash
2022-09-14 19:45:33 Waan ilmi namaa haalaan barbaadu keessaa tokko ilmoo argachuudha. Daa’ima argachuun badhaasa guddaadha. Haa tahuu malee akka carraa tahee addunyaa guutuu keessatti ilma dhiiraa argachuun akka badhaasaatti ilaallama. Namni intalti isaaf dhalatte ammoo gammachuu heddus hin qabu. Warra Rabbiin rahmata godheef yoo taate malee waan kana irratti namni hedduun rakkoo qaba. Keessattuu Indiyaa keessatti dubartoonni haakima dhaqanii wanti ulfaayan dubra tahuu yoo beekan ofirraa baasu. Indiyaa keessatti intalti ba’aa jiruuti jedhanii amanan. Haa tahuu malee gandi Piplaantrii jedhamtu tan kutaa Rajastaan keessatti argamtu, intalaaf kabajaa addaa qabdi. link ykn footoo tuqaa barruu guutuu dubbisaa. https://nuuralhudaa.com/31136/
3.4K viewsTU, 16:45
Ochish/sharhlash
2022-09-13 19:21:05 Pronghorn bineensota dachii tanarra jiran keessaa, fiigichaan cheetah (AbbooShammaanee)tti aanee saffisaan sadarkaa lammaffaa irratti argama. Sa’aa tokko keessatti Kiilomeetira 86 fiiguu danda’a. Chiitah (Abbooshammaaneen) saffisa isaa kana daqiiqaa lama caala tursiisuu hin hin dada’u. Eega daqiiqaa 2 fiigee booda dadhabaa deema. Pronghorn garuu saffisa osoo hin hir’isin sa’aatii walakkaaf fiiguu danda’a. barruu guutuu link tuqaa dubbisaa https://nuuralhudaa.com/31120/
3.5K viewsTU, 16:21
Ochish/sharhlash
2022-09-13 15:43:47 Jimaan Haraama moo halaala? link tuqii dubbisi. https://nuuralhudaa.com/fnh/570/
3.3K viewsTU, 12:43
Ochish/sharhlash
2022-09-12 19:47:49 Allaattiin kun kopha kopha jiraata. Yeroo wal qunnamtii wal hormaataa walitti dhufuun isaanii hin oolamu. Garuu akkaataan jireenya isaanii akkuma ilma namaati. Allaattiin kormaan tokkoofi dhaltuun takka yeroo tokko yoo wal qunnamtii wal hormaataa raawwatan, haga isaan keessaa tokko du’utti jarri lachuu allaattii biroo wajji wal qunnamtii wal hormaataa hin raawwatan. Innis isii malee gara biraa hin deemu. Isiinis isa malee allaattii biraa wajji wal qunnamtii wal hormaataa hin raawwattu. link tuqaa barruu guutuu dubbisaa. https://nuuralhudaa.com/31101/
3.7K viewsTU, 16:47
Ochish/sharhlash
2022-09-11 18:12:20 Shittoon jaartii tiyyaa dhukkuba natti tahe.
Dhaddacha Jaalalaa doosee 6ffaa

217 viewsTU, 15:12
Ochish/sharhlash