Get Mystery Box with random crypto!

Wanti namni hundi fedhu bultii ijaarachuudha yoo jenne soba hi | Nuuralhudaa

Wanti namni hundi fedhu bultii ijaarachuudha yoo jenne soba hin ta’u. haa ta’u malee akkuma bulti ijaarachuun jiru bulti diiguunis waanuma beekkamaadha. Bultii ijaaruun aarsaa guddaa gaafata. Akkasuma bulti diiguunis waan salphaa miti. Mallaqa dhabuu irraa kaasee haga ilmaan ofii dhabuutitti nama geessa. Kasaaraa qabeenyaa fi namaatiin cinattis fayyaas nama dhabsiisuu danda’a. waa’ee bulti diiguu ykn hiikkaan walqabtee qabxiilee ajaa’ibaa armaan gadii dubbisaa. https://nuuralhudaa.com/36026/