Get Mystery Box with random crypto!

Nuuralhudaa

Telegram kanalining logotibi nuuralhudaa1 — Nuuralhudaa N
Telegram kanalining logotibi nuuralhudaa1 — Nuuralhudaa
Kanal manzili: @nuuralhudaa1
Toifalar: Din
Til: Oʻzbek tili
Obunachilar: 24.49K
Kanalning ta’rifi

Soora Qalbii Muslimaa

Ratings & Reviews

4.67

3 reviews

Reviews can be left only by registered users. All reviews are moderated by admins.

5 stars

2

4 stars

1

3 stars

0

2 stars

0

1 stars

0


Oxirgi xabar 12

2022-12-31 01:26:01 Namni tokko osoo karaa deemuu, salaataaf yoo iqaaman dhagahe, wudu’achuuf yeroo hin qabu, salaatni akka isa hin dabarreef tayamumaan salaatuu danda’aa? deebisaan link kanaarra jira. https://nuuralhudaa.com/fnh/671/
1.8K viewsTU, 22:26
Ochish/sharhlash
2022-12-31 00:57:29 Gurbaa tokko kan hin soomanne, kan araada hedduu fi amala hamaa qabuu wajji nikaaha godhanne. Maatiin kiyya dhiisii biraa gali naan jedhan. Inni ammoo gad na lakkisuu hin fedhu. Gara maatii kiyyaa moo gara jaarsa kiyyaa gora? deebisaa guutuu liinkii kanarraa dubbisi https://nuuralhudaa.com/fnh/670/
1.7K viewsTU, 21:57
Ochish/sharhlash
2022-12-30 15:16:15 Salaata Duhaa Yeroo akkam Salaatan? https://nuuralhudaa.com/fnh/669/
1.1K viewsTU, 12:16
Ochish/sharhlash
2022-12-30 11:35:51 Intala biyyaa baatee mana namaa hojjataa turte takka, bakka isiin hojjattuu baasee mana kiyyatti siree takka irra wajjiin bulle. Haata’utii intala tana osoo hin tuqin, ganamuma san maatii isiitti bilbilannee nikhaha hidhanne. Gaafas siree takkarra wajjiin buluun keenya nikhaha san ni balleessaa? Deebisaa guutuu liinkii irraa dubbisaa https://nuuralhudaa.com/fnh/667/
1.4K viewsTU, 08:35
Ochish/sharhlash
2022-12-30 11:35:29 Mindaa fooyyeffachuuf jecha kafiila jalaa dhokatanii baduun ija shari'aatiin akkamitti laallama? deebisaa gaafii tanaa liinkii tuqii dubbisi https://nuuralhudaa.com/fnh/668/
1.2K viewsTU, 08:35
Ochish/sharhlash
2022-12-30 03:36:24 RAADIYOO NUURALHUDAA
Soora Qalbii Muslimaa
✪✪✪✪✪✪✪✪✪✪✪✪✪
Sagantaa 775ffaa
December 29, 2022
✪✪✪✪✪✪✪✪✪✪✪✪✪
Jaarmaya Bultii Islaamaa
Murtii Dhaddacha Jaalalaa 164ffaa
Dr. Liwaa’ulislaam

Sagalee Qulqullina Qabu Youtube irraa dhageeyfachuuf



Download gochuuf https://nuuralhudaa.com/35664/
572 viewsTU, 00:36
Ochish/sharhlash
2022-12-29 07:47:04 Dhiirri tokko intala takka fuudhuu yoo barbaade qaama isii irraa maal fa laaluu danda'a? intalti hoo qaama dhiiraa irraa maal fa laallachuu haqa qabdi? deebisaa guutuu liinkii kanarraa dubbisaa https://nuuralhudaa.com/fnh/665/
1.7K viewsTU, 04:47
Ochish/sharhlash
2022-12-29 07:02:51 Hoteela booyyee fi karkarroon keessatti gurguramu keessa hojjadha. An waan san hin nyaadhu garuu achi keessa dalaga. Hukmii shari’aatti akkami? https://nuuralhudaa.com/fnh/664/
1.6K viewsTU, 04:02
Ochish/sharhlash
2022-12-27 02:15:42 RAADIYOO NUURALHUDAA
Soora Qalbii Muslimaa
✪✪✪✪✪✪✪✪✪✪✪✪✪
SOORA QALBII
Sagantaa 774ffaa
December 26, 2022
✪✪✪✪✪✪✪✪✪✪✪✪✪

Dhaddacha Jaalalaa
Doosee 164ffaa

Tana Quba Qabduu?
Daa’imman Haaraya Dhalatan

Tafakkur
Taamaanduwaa Kaabaa
✪✪✪✪✪✪✪✪✪✪✪✪✪
Sagalee Qulqullina Qabu Youtube irraa dhageeyfachuuf



Download gochuuf https://nuuralhudaa.com/35652/
36 viewsTU, 23:15
Ochish/sharhlash