Get Mystery Box with random crypto!

Nuuralhudaa

Telegram kanalining logotibi nuuralhudaa1 — Nuuralhudaa N
Telegram kanalining logotibi nuuralhudaa1 — Nuuralhudaa
Kanal manzili: @nuuralhudaa1
Toifalar: Din
Til: Oʻzbek tili
Obunachilar: 24.67K
Kanalning ta’rifi

Soora Qalbii Muslimaa

Ratings & Reviews

4.67

3 reviews

Reviews can be left only by registered users. All reviews are moderated by admins.

5 stars

2

4 stars

1

3 stars

0

2 stars

0

1 stars

0


Oxirgi xabar 15

2022-12-12 21:29:06 RAADIYOO NUURALHUDAA
Soora Qalbii Muslimaa
✪✪✪✪✪✪✪✪✪✪✪✪✪
SOORA QALBII
Sagantaa 770ffaa
December 12, 2022
✪✪✪✪✪✪✪✪✪✪✪✪✪
Dhaddacha Jaalalaa
Doosee 162ffaa
Qophii Addaa
Waancaa Adduunyaa bara kanaa Islaamatu moohe
Tana Quba Qabduu?
Aadaa cidhaa kan nama ajaa’ibsiisu
Tafakkur
Mantis
Sagalee Qulqullina Qabu Youtube irraa dhageeyfachuuf



Download Gochuuf https://nuuralhudaa.com/35544/
853 viewsResolve, 18:29
Ochish/sharhlash
2022-12-11 21:20:50 Jaartii obboleessaa dhaaluun hayyamamaa?
https://nuuralhudaa.com/fnh/648/
859 viewsTU, 18:20
Ochish/sharhlash
2022-12-08 19:32:38 RAADIYOO NUURALHUDAA
Soora Qalbii Muslimaa
✪✪✪✪✪✪✪✪✪✪✪✪✪
Sagantaa 769ffaa
December 8, 2022
✪✪✪✪✪✪✪✪✪✪✪✪✪
Jaarmaya Bultii Islaamaa
Murtii Dhaddacha Jaalalaa 161ffaa
Dr. Liwaa’ulislaam
✪✪✪✪✪✪✪✪✪✪✪✪
Youtube irratti Qulqillinaan Dhageeffachuuf


Download gochuuf https://nuuralhudaa.com/35535/
1.5K viewsTU, 16:32
Ochish/sharhlash
2022-12-06 15:26:24 Diinii Keenyatu Furmaata
Nashiidaa Haaraya
Abdussalaam Muhammad


798 viewsTU, 12:26
Ochish/sharhlash
2022-12-06 14:43:56 Gaafii dhageeyfattoonni yeroo heddu irra deddeebiidhaan gaafatan deebisaa gabaabduu waliin.

1. Gaafii fatwaa karaa kamiin gaafanna?
Deebisaa: Yeroodhaaf gaafii fatwaa karaa whatsapp ykn telegraamiitiin keessummeessaa hin jirru. namni gaafii fatwaa gaafatuu fedhu website Nuuralhudaa keessa seenee tikeeta haaraya haa banu. akkaataa tikeeta haaraya itti banan in shaa Allaah dhihootti isiniif ibsina.

2. iyyannoo Dhaddacha Jaalalaa fi Riqicha Sunnaah karaa kamiin ergina?

Deebisaa: Iyyaannoo haarayas yeroof keessummeessutti hin jirru. iyyannoon amma dura ergamee nu bira jiru haalaan heddu. iyyannoo amma dura ergame hunda osoo ummataaf hin dhiheeysin iyyannoo haaraya keessummeessuun sirrii miti. ka dura ergamee nu bira jiru eega dhiheeysinee booda haaraya keessummeessina. yeroo iyyannoo haaraya keessummeessinu kallattii hundaan beeysisa maxxansina. kanaafuu Social Media Nuuralhudaa irraan nu hordofaa.

3. Nashiidaa haaraya akkamitti ergina?

Deebisaa: Nashiidaa haaraya karaa telegraamaatiin keessummeessutti jirra. nashiidaa erguuf liinkii kana fayyadamaa https://t.me/rnhchat_bot

Hubachiisa: liinkii kanarraan kompiitaratu isin dubbisa. kompiyuutarri nashiidaa isinirraa qeebaluuf gaafilee irratti galmaawan isiniif dhiheessa. gaafilee inni isiniif dhiheeysu qofarratti hundaayuun nashiidaa keessan ergaa. gaafii dabalataa yoo gaafattan deebisaa isiniif hin kennu. kompiyuutarri waan irratti galmeeffame qofa dubbata.

4. Sagantaan Raadiyoo Nuuralhudaa kan Telegram irratti ergamu qulqullina hin qabu. kan qulqullina qabu eessaa arganna?

Deebisaa: Eeyyen sagantaan Telegram fi Whatsapp irratti ergamu qulqullina hin qabu. namoota Networkii laafaa fayyadamaniif telegram fi whatsapp irratti sagalee qulqullina hin qabne kan akkaan xiqqaa tahe ergina. namoonni sagalee qulqullina qabu dhageeyfachuu feetan Youtube Nuuralhudaa irraan nu hordofaa. https://www.youtube.com/@Nuuralhudaa

Waan nu hordoftaniif galatoomaa. yoo gaafii dabalataa qabaattan comment irratti nuuf katabaa.

Nuuralhudaa
Soora Qalbii Muslimaa
873 viewsTU, edited  11:43
Ochish/sharhlash
2022-12-06 00:36:39 RAADIYOO NUURALHUDAA
Soora Qalbii Muslimaa
✪✪✪✪✪✪✪✪✪✪✪✪✪
SOORA QALBII
Sagantaa 768ffaa
December 5, 2022
✪✪✪✪✪✪✪✪✪✪✪✪✪
Dhaddacha Jaalalaa
Doosee 161ffaa
Tana Quba Qabduu?
Ayyaanota Ajaa’ibaa
Tafakkur
Suger Slider
Youtube irraa dhageeyfachuuf


Download godhuuf https://nuuralhudaa.com/35514/
171 viewsTU, 21:36
Ochish/sharhlash
2022-12-05 19:16:29 Nabi Muhammad (SAW) Eenyu?


1.1K viewsTU, 16:16
Ochish/sharhlash
2022-12-03 23:40:25 Simpooziyamiin Halaalaa Milkii Guddaan Goolabame. https://nuuralhudaa.com/35502/
1.6K viewsResolve, 20:40
Ochish/sharhlash