Kanal manzili:
Toifalar:
Ko‘ngilchak ,
Din
Til: Oʻzbek tili
Obunachilar:
39.22K
Kanalning ta’rifi
Official Telegram channel✔️
🔛Nutti dhihaatta 🚶
🔛Jaalalaan nurraa qabamta💓
🔛Garmalee Koflaan Fincaan ofirrati buusta😀
🔛asuman waliin taane Afaan fi artii keenya gudifanna.
Any comments or messages:- @Orosarca_commentobot
Ratings & Reviews
Reviews can be left only by registered users. All reviews are moderated by admins.
5 stars
1
4 stars
1
3 stars
0
2 stars
1
1 stars
0
Oxirgi xabar 2
2020-12-25 19:50:32
Naaf Dhiisa
Gutumatti Naanii
Naaf Dhiisa
Narraa tuqinaa @Orosarcasm
Appreciated Video Music of M-Pako Shek-Issa(Backo Shakkisa)
21.1K viewsedited 16:50
2020-12-21 17:37:44
Jireenyi hamma barbaade sitti Hammaatullee Ofuma #post
goote ofumaaf #React
hin godhin
25.3K views14:37
2020-12-20 22:05:26
The Best Artist
=Tilahun Gasase and Dr.Ali Birra
The Best Athlete=
Abebe BekilaThe Best Actor=
Abebe Balcha The Best Patriot=
Belay Zalake KiltuThe Best poets=
Tsagaye GabremadinThe Best Painter=
Lama GuyaThe Best Sciencetist=
Gabisa EjetaThe Best Politician=
Dr.Abiy Ahmed
The so called Ethiopia is nothing without Oromo!@Orosarcasm @Orosarcasm
25.1K viewsedited 19:05
2020-12-19 18:54:52
ODUU MILIQE BAHE MM Dr Abiy Ahmed galgala kaleessaa Masaara isaatti Dr.Lamma Magarsaa fi Obbo Jawar Mohammed Afeerra Hiraata taasisee erga waliin Nyaataniin booda Ajandaale ijoo lamarratti Marii Bal'aa gadgeessuun Itiyoophiyaa keessatti Gaffii Oromoofi Saba sablammoota biyyatti hunda deebisuun Itiyoophiyaa fulduratti tarkanfachisna yaada jedhurratti Waliigalteedha Marii isaani goolabanii gargar bahan.....
Kuni kaleessaa galgala manamaan ykn Abjuun ani argaa buleedha. @OroSarcasm
@OroSarcasm
25.9K viewsedited 15:54
2020-12-14 17:14:59
Vidiyoo keenya kana nuuf Daawwadhaa Yaada irratti nuuf keennaa
Backo Shakkisa #1 OROMO RAPPER
24.8K views14:14
2020-11-22 23:20:25
Kan waraaname juuntaa;
Boochisaan minisootaa;
Keenyaas asii watwaata;
Kun abaarsa fakkaata ¡
***
Uggum yaa Rabbi !
Kan Keenya Ajaa'ibuma
ERGAMTUUN JUUNTAA FI QALQALLOON WAAN ITTI NAQAAN BAATTI !!!! :-
Caalaa Bultume@Orosarcasm
41.5K viewsedited 20:20
2020-11-17 16:58:51
Fessee Dirree__New Cover music 2020
39.3K views13:58
2020-11-16 18:05:34
Hunda keessanuu Oduu Nageenyi Biyyatti guutumaan guututti Mirkanaa'eera kanaaf Umatni biyyatti Hundi Akka barbaaddanitti Bobbaatanii galuu ni dandeessu jettu Isin haa dhageesiisuu!
39.1K views15:05
2020-11-10 00:10:39
#ODUU_AMMEE
Ergaa Ministeera Sayiinsii fi Barnoota Ola'noo irraaBeeksisa kanaan dura manxansineen Baratoonni Bara kana Ebbifamtan hundi Fuulbana 23--30tii Waamicha Isiniif gochuun keenya ni yaadatama, Haata'uuti garuu taatee Akka biyyaatti umameen Biyyatti keessa Nageenyi Amansiisaan wan hin jirreef, Baratoonni Bara kana Ebbifamtaniifi Baratoonni Yunivarsitii hundi bara kana Waan Isin waamnu Nutti hin fakkaatu kanaafuu Hundi keessan Iddoo jirtanitti Carraalee armaan gaadii kana keessaa Akka Filattan Isin beeksiisna.
1:- Hojii Yoo argattan barbaadadha.
2:- Bultii ijarrachuu warri barbaaddan ijaaradha
3:- Baqachuu warri barbaaddan baqadhaa
4:- Activists tahudhan Otuu dadhabne hifannee hin jedhin Nama Siyaasaa Cimaa tahun Hojii keessan itti fufaa
5:- Gara Moora Ykn Gibbii ni deebinaa jettanii xiqqollee hin shakkinaa
6:- Turtii Hanga ammaa nu waliin gootaniif Galatooma .
SHARE & JOIN:- @Orosarcasm
@Orosarcasm
51.0K views21:10
2020-11-06 21:02:09
#John_Biden
Ilma Abbaa gadaa Baga injifatte! @Orosarcasm
40.5K viewsedited 18:02