Get Mystery Box with random crypto!

Kan waraaname juuntaa; Boochisaan minisootaa; Keenyaas asii wa | Oro Sarcasm 😂

Kan waraaname juuntaa;
Boochisaan minisootaa;
Keenyaas asii watwaata;
Kun abaarsa fakkaata ¡
***
Uggum yaa Rabbi !
Kan Keenya Ajaa'ibuma

ERGAMTUUN JUUNTAA FI QALQALLOON WAAN ITTI NAQAAN BAATTI !!!!

:- Caalaa Bultume
@Orosarcasm