Get Mystery Box with random crypto!

ODUU MILIQE BAHE MM Dr Abiy Ahmed galgala kaleessaa Masaara | Oro Sarcasm 😂

ODUU MILIQE BAHE

MM Dr Abiy Ahmed galgala kaleessaa Masaara isaatti Dr.Lamma Magarsaa fi Obbo Jawar Mohammed Afeerra Hiraata taasisee erga waliin Nyaataniin booda Ajandaale ijoo lamarratti Marii Bal'aa gadgeessuun Itiyoophiyaa keessatti Gaffii Oromoofi Saba sablammoota biyyatti hunda deebisuun Itiyoophiyaa fulduratti tarkanfachisna yaada jedhurratti Waliigalteedha Marii isaani goolabanii gargar bahan.....

Kuni kaleessaa galgala manamaan ykn Abjuun ani argaa buleedha.

@OroSarcasm
@OroSarcasm