Get Mystery Box with random crypto!

#ODUU_AMMEE Ergaa Ministeera Sayiinsii fi Barnoota Ola'noo ir | Oro Sarcasm 😂

#ODUU_AMMEE
Ergaa Ministeera Sayiinsii fi Barnoota Ola'noo irraa

Beeksisa kanaan dura manxansineen Baratoonni Bara kana Ebbifamtan hundi Fuulbana 23--30tii Waamicha Isiniif gochuun keenya ni yaadatama, Haata'uuti garuu taatee Akka biyyaatti umameen Biyyatti keessa Nageenyi Amansiisaan wan hin jirreef, Baratoonni Bara kana Ebbifamtaniifi Baratoonni Yunivarsitii hundi bara kana Waan Isin waamnu Nutti hin fakkaatu kanaafuu Hundi keessan Iddoo jirtanitti Carraalee armaan gaadii kana keessaa Akka Filattan Isin beeksiisna.

1:- Hojii Yoo argattan barbaadadha.
2:- Bultii ijarrachuu warri barbaaddan ijaaradha
3:- Baqachuu warri barbaaddan baqadhaa
4:- Activists tahudhan Otuu dadhabne hifannee hin jedhin Nama Siyaasaa Cimaa tahun Hojii keessan itti fufaa
5:- Gara Moora Ykn Gibbii ni deebinaa jettanii xiqqollee hin shakkinaa
6:- Turtii Hanga ammaa nu waliin gootaniif Galatooma .

SHARE & JOIN:- @Orosarcasm
@Orosarcasm