Get Mystery Box with random crypto!

🧕🧕ADLI TUBE 👳👳

Telegram kanalining logotibi ifaa_addunyaa — 🧕🧕ADLI TUBE 👳👳 A
Telegram kanalining logotibi ifaa_addunyaa — 🧕🧕ADLI TUBE 👳👳
Kanal manzili: @ifaa_addunyaa
Toifalar: Kattalashtirilmagan
Til: Oʻzbek tili
Mamlakat: Oʻzbekiston
Obunachilar: 96
Kanalning ta’rifi

✔SEENAA SAHABOTA
✔ DAWAALEE GAGGABABO
✔ HADIISA
✔NASHIIDA HARAWA
✔TAFSIIRA QURANA
✔JECHOOTA GAGGARI
✔ISIN BIRAAN GENYA INSHA ALLAH ISIN CHANNEL KENYA OBBOLEWWAN KEESSANIF SHARE GODHA JZK..
@oromia_nation YAADAF @oromo_arsiibot
JOIN GODHA.

Ratings & Reviews

3.00

2 reviews

Reviews can be left only by registered users. All reviews are moderated by admins.

5 stars

1

4 stars

0

3 stars

0

2 stars

0

1 stars

1


Oxirgi xabar 2

2021-06-28 16:52:47 https://GramFree.cc/?r=16364738
99 views●▬▬๑▅▆▇█۩۩AbdurhemanIbnukedir۩۩█▇▆▅●▬▬๑, 13:52
Ochish/sharhlash
2021-06-20 19:36:10
#Biqiltuu_Kunuunsi_Tole


#Asoosama gabaabaa
♡♡♡♡♡♡♡♡♡♡♡
by Abdul-Aziz Ahmedin
♤♤♤♤♤♤♤♤♤♤♤♤

@kennaapost @kennaapost

Caaltuun dhalootaan godina wallaggaa bahaa magaalaa naqamteet. Maatiin ishee ilma dhiiraa waan hin qabneef Caaltuun akka ilma hangafaatti ilaalamti malee akka intalaattii miti. Caaltuun barnoota ammayyaa fi amantii islaamaatiinis akkaan cimtuu fi jabduu namaati. Bilchina sammuu kanas haadhaa fi abbaa ishee irraa waan dhaalte fakkaatti. Qormaanni dargaggummaa fi haalli jireenyaa, akkasumas dubartummaan gonkumaa ishee hin gufachiifne. Qaruuxummaa isii kanaaf abbaa fi haati ishee gahee leencaa taphatu.....
Guutuu asoosama kanaa dubbisuuf linkii armaan gadii kana xuqi
108 viewsAbdii Biyyaa, 16:36
Ochish/sharhlash
2021-06-08 22:06:48
#Biqiltuu_Kunuunsi_Tole


#Asoosama gabaabaa
♡♡♡♡♡♡♡♡♡♡♡
by Abdul-Aziz Ahmedin
♤♤♤♤♤♤♤♤♤♤♤♤

@kennaapost @kennaapost

Caaltuun dhalootaan godina wallaggaa bahaa magaalaa naqamteet. Maatiin ishee ilma dhiiraa waan hin qabneef Caaltuun akka ilma hangafaatti ilaalamti malee akka intalaattii miti. Caaltuun barnoota ammayyaa fi amantii islaamaatiinis akkaan cimtuu fi jabduu namaati. Bilchina sammuu kanas haadhaa fi abbaa ishee irraa waan dhaalte fakkaatti. Qormaanni dargaggummaa fi haalli jireenyaa, akkasumas dubartummaan gonkumaa ishee hin gufachiifne. Qaruuxummaa isii kanaaf abbaa fi haati ishee gahee leencaa taphatu.....
Guutuu asoosama kanaa dubbisuuf linkii armaan gadii kana xuqi
105 viewsAbdii Biyyaa, 19:06
Ochish/sharhlash
2021-06-08 22:01:25 𝗭𝗜𝗞𝗥𝗜𝗜

🄰🅂🅂🄰🄻🄰🄰🄼🅄 🄰🄻🄴🄴🅈🄺🅄🄼 🅆🄰🅁🄰🄷🄼🄰🅃🅄🄻🄻🄰🄰🄷🄸 🅆🄰🄱🄰🅁🄰🄺🄰🄰🅃🅄🄷🅄

𝒃𝒚 𝑨𝒃𝒅𝒖𝒍𝒂𝒛𝒊𝒛 𝑨𝒉𝒎𝒆𝒅𝒅𝒊𝒊𝒏

𝑲𝒂𝒃𝒂𝒋𝒂𝒎𝒕𝒐𝒐𝒕𝒂𝒂 𝒇𝒊 𝒋𝒂𝒂𝒍𝒂𝒕𝒂𝒎𝒕𝒐𝒐𝒕𝒂 𝒐𝒃𝒃𝒐𝒍𝒐𝒐𝒕𝒂 𝒌𝒐𝒐
𝑯𝒂𝒓𝒓𝒂 𝒊𝒎𝒎𝒐𝒐 𝒎𝒂𝒕𝒂 𝒅𝒖𝒓𝒆𝒆 𝒛𝒊𝒌𝒓𝒊𝒊 𝒋𝒆𝒅𝒉𝒖 𝒌𝒂𝒏𝒂 𝒘𝒂𝒍𝒊𝒊𝒏 𝒊𝒍𝒂𝒂𝒍𝒍𝒂. 𝒁𝒊𝒌𝒓𝒊𝒊 𝒋𝒆𝒄𝒉𝒖𝒖𝒏 𝑹𝒂𝒃𝒃𝒊𝒊 𝒌𝒆𝒆𝒏𝒚𝒂 𝒚𝒂𝒂𝒅𝒂𝒄𝒉𝒖𝒖 𝒇𝒊 𝒂𝒓𝒓𝒂𝒃𝒂 ķ𝒆𝒆𝒏𝒚𝒂𝒂𝒏𝒊𝒔 𝒅𝒖𝒃𝒃𝒂𝒄𝒉𝒖𝒖(𝒛𝒂𝒌𝒌𝒂𝒓𝒖𝒖, 𝒇𝒂𝒂𝒓𝒔𝒖𝒖,𝒈𝒖𝒅𝒅𝒊𝒔𝒖𝒖, 𝒒𝒖𝒍𝒒𝒖𝒍𝒍𝒐𝒐𝒎𝒔𝒖𝒖,.....) 𝒅𝒉𝒂.

𝑾𝒂𝒏𝒕𝒐𝒐𝒕𝒂 𝑹𝒂𝒃𝒃𝒊𝒊 𝒌𝒆𝒆𝒏𝒚𝒂𝒕𝒕𝒊 𝒏𝒂𝒎𝒂 𝒅𝒉𝒊𝒚𝒆𝒆𝒔𝒔𝒂𝒏 𝒌𝒆𝒆𝒔𝒔𝒂𝒂 𝒊𝒏𝒏𝒊 𝒈𝒖𝒅𝒅𝒂𝒂𝒏 𝑹𝒂𝒃𝒃𝒊𝒊 𝒌𝒆𝒆𝒏𝒚𝒂 𝒛𝒂𝒌𝒌𝒂𝒓𝒖𝒖𝒅𝒉𝒂. 𝑹𝒂𝒃𝒃𝒊𝒊𝒏 𝒒𝒖𝒓𝒂𝒂𝒏𝒂 𝒌𝒆𝒆𝒔𝒔𝒂𝒕𝒕𝒊 𝒂𝒌𝒌𝒂𝒏𝒂 𝒋𝒆𝒅𝒉𝒂

"𝑵𝒂 𝒅𝒖𝒃𝒃𝒂𝒅𝒉𝒂𝒂, 𝒊𝒔𝒊𝒏𝒊𝒊𝒏 𝒅𝒖𝒃𝒃𝒂𝒅𝒉𝒂𝒂! 𝑨𝒏𝒂 𝒈𝒂𝒍𝒂𝒕𝒐𝒐𝒎𝒇𝒂𝒅𝒉𝒂𝒂, 𝒂𝒏𝒂𝒕𝒕𝒊 𝒉𝒊𝒏 𝒇𝒊𝒏𝒄𝒊𝒍𝒊𝒏𝒂𝒂!!"

𝑯𝒂𝒓𝒓𝒂 𝒐𝒕𝒐𝒐 𝒌𝒂𝒏𝒕𝒊𝒊𝒃𝒂𝒂𝒏 𝒎𝒂𝒈𝒂𝒂𝒍𝒂𝒂 𝒌𝒆𝒆𝒔𝒔𝒂𝒏𝒊𝒊 𝒚𝒌𝒏 𝒃𝒖𝒍𝒄𝒉𝒂𝒂𝒏 𝒂𝒂𝒏𝒂𝒂 𝒌𝒆𝒆𝒔𝒔𝒂𝒏𝒊𝒊 𝒘𝒂𝒍𝒕𝒂𝒋𝒋𝒊𝒊 𝒊𝒓𝒓𝒂𝒕𝒕𝒊 𝒎𝒂𝒒𝒂𝒂 𝒌𝒆𝒆 𝒘𝒂𝒂𝒎𝒆𝒆 𝒂𝒌𝒌𝒂 𝒘𝒂𝒂𝒏 𝑮𝒂𝒎𝒎𝒂𝒄𝒉𝒖𝒖𝒏 𝒃𝒊𝒓𝒂𝒂 𝒉𝒊𝒏 𝒉𝒂𝒇𝒂𝒏𝒊𝒊𝒕𝒕𝒊 𝒈𝒂𝒎𝒎𝒂𝒅𝒅𝒂. 𝑴𝒊𝒏𝒊𝒔𝒕𝒆𝒆𝒓𝒐𝒕𝒂 𝒈𝒖𝒓𝒈𝒖𝒅𝒅𝒐𝒐 𝒂𝒎𝒎𝒐𝒐 𝒄𝒂𝒓𝒓𝒂𝒂𝒇𝒖𝒖 𝒉𝒊𝒏 𝒂𝒓𝒈𝒂𝒕𝒕𝒖.

𝑮𝒂𝒓𝒖𝒖 𝒚𝒂𝒂 𝒐𝒃𝒃𝒐𝒍𝒆𝒆𝒔𝒔𝒂/𝒕𝒕𝒊𝒊!!
𝒀𝒆𝒓𝒐𝒐 𝒂𝒕𝒊 𝒌𝒐𝒑𝒉𝒂𝒂 𝒌𝒆𝒆 𝒕𝒆𝒆𝒚𝒔𝒆𝒆 𝒎𝒂𝒒𝒂𝒂 𝑹𝒂𝒃𝒃𝒊𝒊 𝒌𝒆𝒆𝒏𝒚𝒂𝒂 𝒘𝒂𝒂𝒎𝒕𝒖 𝒚𝒌𝒏 𝒅𝒉𝒐𝒐𝒚𝒕𝒖 𝑹𝒂𝒃𝒃𝒊𝒊𝒏 𝒊𝒎𝒎𝒐𝒐 #𝑨𝒓𝒔𝒉𝒊𝒊 𝒊𝒔𝒂𝒂 𝒊𝒓𝒓𝒂𝒂 𝒎𝒂𝒒𝒂𝒂 𝒌𝒆𝒆 𝒘𝒂𝒂𝒎𝒂(𝒔𝒊 𝒅𝒖𝒃𝒃𝒂𝒕𝒂). 𝒀𝒐𝒐 𝒂𝒕𝒊 𝒏𝒂𝒎𝒂 𝒘𝒂𝒋𝒋𝒊𝒊𝒏 𝒚𝒌𝒏 𝒋𝒂𝒎𝒂'𝒂𝒂𝒏 𝒎𝒂𝒒𝒂𝒂 𝑹𝒂𝒃𝒃𝒊𝒊 𝒘𝒂𝒂𝒎𝒕𝒆𝒆 𝒊𝒔𝒂 𝒛𝒂𝒌𝒌𝒂𝒓𝒕𝒆 𝑹𝒂𝒃𝒃𝒊𝒊𝒏 𝒌𝒆𝒆𝒏𝒚𝒂𝒔 𝒋𝒂𝒎𝒂'𝒂𝒂 𝒎𝒂𝒍𝒂𝒂𝒚𝒌𝒐𝒕𝒂𝒂 𝒊𝒓𝒓𝒂𝒕𝒕𝒊 𝒎𝒂𝒒𝒂𝒂 𝒌𝒆𝒆 𝒘𝒂𝒂𝒎𝒂. 𝑴𝒂𝒂𝒓𝒓𝒆𝒆 𝒉𝒂𝒎𝒎𝒂 𝒏𝒂𝒎𝒏𝒊 𝒙𝒊𝒒𝒒𝒐𝒐 𝒃𝒆𝒆𝒌𝒂𝒎𝒕𝒊𝒊 𝒒𝒂𝒃𝒖 𝒉𝒂𝒂 𝒏𝒂 𝒃𝒆𝒆𝒌𝒖𝒖𝒇 𝒋𝒆𝒕𝒕𝒆𝒆 𝒅𝒉𝒂𝒎𝒂𝒂𝒕𝒖 𝒎𝒂𝒂𝒍𝒊𝒊𝒇 𝑹𝒂𝒃𝒃𝒊𝒊 𝒌𝒆𝒆 𝒛𝒂𝒌𝒌𝒂𝒓𝒕𝒆𝒆 𝑹𝒂𝒃𝒃𝒊𝒊 𝒇𝒊 𝒎𝒂𝒍𝒂𝒂𝒚𝒌𝒐𝒕𝒂 𝒃𝒊𝒓𝒂𝒕𝒕𝒊 𝒉𝒊𝒏 𝒃𝒆𝒆𝒌𝒂𝒎𝒕𝒖.

𝑨𝒎𝒎𝒂𝒔 𝒉𝒂𝒎𝒎𝒂 𝒂𝒕𝒊 𝑹𝒂𝒃𝒃𝒊𝒊 𝒌𝒆𝒆𝒏𝒚𝒂 𝒛𝒂𝒌𝒌𝒂𝒓𝒕𝒖 𝒎𝒂𝒍𝒂𝒂𝒚𝒌𝒐𝒏𝒏𝒊 𝒒𝒖𝒍𝒒𝒖𝒍𝒍𝒂𝒂'𝒐𝒐 𝒕𝒂'𝒂𝒏 𝒔𝒖𝒏𝒏𝒊𝒊𝒏 𝒅𝒖'𝒂𝒂'𝒊𝒊 𝒔𝒊𝒊𝒇 𝒈𝒐𝒅𝒉𝒖. 𝑻𝒂𝒓𝒊𝒊 𝒂𝒏𝒂𝒂 𝒇𝒊 𝒂𝒕𝒊 𝒅𝒊𝒍𝒊𝒊𝒏 𝒕𝒆𝒆𝒏𝒚𝒂 𝒃𝒂𝒂𝒚'𝒂𝒕𝒕𝒆𝒆 𝒅𝒖'𝒂𝒂'𝒊𝒊𝒏 𝒕𝒆𝒆𝒏𝒚𝒂 𝒒𝒆𝒆𝒃𝒂𝒍𝒂𝒎𝒖𝒖 𝒅𝒉𝒂𝒃𝒖𝒖 𝒎𝒂𝒍𝒕𝒊. 𝑮𝒂𝒓𝒖𝒖 𝒎𝒂𝒍𝒂𝒂𝒚𝒌𝒐𝒏𝒏𝒊 𝒅𝒊𝒍𝒊𝒊 𝒊𝒓𝒓𝒂𝒂 𝒒𝒖𝒍𝒒𝒖𝒍𝒍𝒂𝒂'𝒐𝒐 𝒘𝒂𝒂𝒏 𝒕𝒂'𝒂𝒏𝒊𝒊𝒇 𝒅𝒖'𝒂𝒂'𝒊𝒊𝒏 𝒊𝒔𝒂𝒂𝒏 𝒔𝒊𝒊𝒇 𝒈𝒐𝒅𝒉𝒂𝒏 𝒒𝒆𝒆𝒃𝒂𝒍𝒂𝒎𝒕𝒖𝒖𝒅𝒉𝒂.

𝑭𝒂𝒂𝒍𝒍𝒂𝒂 𝒌𝒂𝒏𝒂𝒂𝒕𝒊𝒊𝒏 𝒊𝒎𝒎𝒐𝒐 𝒏𝒂𝒎𝒏𝒊 𝒛𝒊𝒌𝒓𝒊𝒊 𝑹𝒂𝒃𝒃𝒊𝒊 𝒊𝒓𝒓𝒂𝒂 𝒃𝒐𝒐𝒏𝒆, 𝒃𝒂𝒌𝒌𝒂 𝒌𝒆𝒏𝒏𝒖𝒖𝒇𝒊𝒊 𝒅𝒉𝒊𝒊𝒔𝒆𝒆 𝒊𝒓𝒓𝒂𝒂 𝒈𝒂𝒓𝒂𝒈𝒂𝒍𝒆 𝒋𝒊𝒓𝒆𝒆𝒏𝒚𝒂 𝒊𝒔𝒂𝒂 𝒌𝒆𝒆𝒔𝒔𝒂𝒕𝒕𝒊 𝒈𝒂𝒎𝒎𝒂𝒄𝒉𝒖𝒖 𝒉𝒊𝒏 𝒂𝒓𝒈𝒂𝒕𝒖.
𝑹𝒂𝒃𝒃𝒊𝒊𝒏 𝒌𝒆𝒆𝒏𝒚𝒂 𝒂𝒌𝒌𝒂𝒔 𝒋𝒆𝒅𝒉𝒂
"𝑵𝒂𝒎𝒐𝒐𝒕𝒂 𝒛𝒊𝒌𝒓𝒊𝒊 𝑨𝒍𝒍𝒂𝒂𝒉 𝒊𝒓𝒓𝒂𝒂 𝒈𝒂𝒓𝒂𝒈𝒂𝒍𝒂𝒏 𝒋𝒊𝒓𝒆𝒆𝒏𝒚𝒂 𝒅𝒉𝒊𝒑𝒉𝒊𝒏𝒂𝒂 𝒊𝒔𝒂 𝒋𝒊𝒓𝒂𝒂𝒄𝒉𝒊𝒇𝒏𝒂"

𝑲𝒂𝒏𝒂𝒂𝒇 𝒚𝒆𝒓𝒐𝒐 𝒃𝒂𝒍𝒅𝒉𝒂𝒂 𝒒𝒂𝒃𝒏𝒖 𝒉𝒂𝒎𝒎𝒂 𝒉𝒂𝒎𝒊𝒊, 𝒇𝒊 𝒘𝒂𝒏𝒕𝒐𝒐𝒕𝒂 𝒃𝒖'𝒂𝒂 𝒉𝒊𝒏 𝒃𝒖𝒖𝒇𝒏𝒆𝒆𝒏 𝒅𝒂𝒃𝒂𝒓𝒔𝒊𝒏𝒖 𝒛𝒊𝒌𝒓𝒊𝒊 𝒋𝒆𝒄𝒉𝒂𝒂 𝑹𝒂𝒃𝒃𝒊𝒊 𝒌𝒆𝒆𝒏𝒚𝒂𝒕𝒕𝒊 𝒉𝒂𝒂 𝒅𝒉𝒊𝒚𝒂𝒂𝒏𝒏𝒖𝒖!!!!!!!!!
𝑨𝒓𝒓𝒂𝒃𝒂 𝒌𝒆𝒆𝒏𝒚𝒂 𝒛𝒊𝒌𝒓𝒊𝒊 𝑹𝒂𝒃𝒃𝒊𝒊𝒕𝒊𝒊𝒏 𝒉𝒂𝒂 𝒋𝒊𝒊𝒇𝒏𝒖𝒖!!!

𝑹𝒂𝒃𝒃𝒊𝒊𝒏 𝒘𝒂𝒓𝒓𝒂 𝒘𝒂𝒂𝒏 𝒃𝒂𝒓𝒓𝒆𝒆𝒚𝒔𝒆𝒆 𝒇𝒊 𝒅𝒖𝒃𝒃𝒊𝒔𝒆𝒕𝒕𝒊 𝒇𝒂𝒚𝒚𝒂𝒅𝒂𝒎𝒖 𝒏𝒖𝒉𝒂𝒂 𝒕𝒂𝒂𝒔𝒊𝒔𝒖!!

𝑫𝒂'𝒂𝒘𝒂𝒂 𝒇𝒊 𝒐𝒅𝒆𝒆𝒚𝒇𝒂𝒏𝒏𝒐𝒐 𝒃𝒂𝒃𝒃𝒂𝒓𝒆𝒆𝒅𝒐𝒐 𝒂𝒓𝒈𝒂𝒄𝒉𝒖𝒖𝒇 𝒄𝒉𝒂𝒂𝒏𝒂𝒂𝒍𝒊𝒊 𝒌𝒆𝒆𝒏𝒚𝒂 @𝑲𝒆𝒏𝒏𝒂𝒂𝒑𝒐𝒔𝒕 𝒋𝒐𝒏𝒊𝒏 𝒈𝒐𝒅𝒉𝒂𝒂!!!

@Kennaapost @Kennaapost
T.me/Kennaapost
90 viewsAbdii Biyyaa, 19:01
Ochish/sharhlash
2021-06-07 18:51:08

86 viewsIBNUKEDIR, 15:51
Ochish/sharhlash
2021-06-03 20:42:35

90 views●▬▬๑▅▆▇█۩۩AbdurhemanIbnukedir۩۩█▇▆▅●▬▬๑, 17:42
Ochish/sharhlash
2021-05-22 13:55:02 TELEBIRR
Kabajamtoota fi jaalatamtoota hordoftoota chaanaalii @ummii_Tube Akkuma gaaffii keessaniitti Namoonni telebirr akka isiniif banamu Gaafataa turtan karaa keessaan @Abdikedbot tin nu qunnamuu dandeessu
HUB kanfaltii tokkollee kan hin barbaachifne ta'uu isin beeksifna
UMMII TUBE Gargaarsa Ummataatin Ummataaf.
98 views●▬▬๑▅▆▇█۩۩AbdurhemanIbnukedir۩۩█▇▆▅●▬▬๑, 10:55
Ochish/sharhlash
2021-05-08 19:38:15 ERGAA HATATTAMAA
◇◇◇◇◇◇◇◇◇◇◇

Assalaamu Aleeykum Warahmatullaahi Wabarakaatuhu
Kabajamtootaa fi Jaalatamtoota Obboloota koo kan Dhiiraa fi Dubartootaa!

Jiini Ramadaana imala isaa saffisiisuun warroota dammaqanii itti fayyadamaniif kheeyrii isaa qoodaa, warra ammas rafaa jiraniif immoo abaarsa raabsaa kunoo harra halkan 27ffaa dhaqqabee jira. Anaa fi ati hoo warra Kam keessatti argamnaa!!??

Bultii 26n darban keessatti hammam fayyadamneerra?, Qur'aana si meeqa buufneerra, hammam sadaqanneerra, hamma harka keenya Rabbi jala qabnee kadhanneerra?. Halkan meeqa otoo mirqaana qabduu nashaaxaan taraawiya imaama wajjiin jalqabdee wajjiin xumurte?..........?????????????????????!!!

Halkan harraa kun halkan hundumaa caalaa #Leeylatul_Qadriin keessatti shakkamudha. Ibaadaan ati halkan tokkittii kana keessatti hojjettu qofti akka waan waggaa 83 ol ibaadaa gooteetti siif lakkaa'ama. Bajaanni waggaa guutuu halkan kana keessa raabsama. Halkan kun halkan Qur'aanni keessa buufamedha.

Obboleessa koo =Obboleettii too
Ati nama muslimaa Allaah gabbarudha. Allaah n immoo waan hundumaa danda'aadha, dhagahaadha, argaadha, .....!!!

Karoora hangam karoorfattee siif milkaa'uu didee? , Rakkoo sii fi maatii kee mudate jiraa? , Ati otuu nama akkamii taatee jaalatta, maatii fi firri akkasumas hiriyyootni kee hoo???

Biyyi keenya yeroo ammaa haala hammaataa keessa jirti, keessummaa muslimoonni immoo irra caalatti sababoota siyaasaa-dinagdee Guyyaa guyyaan uumamaniin miidhamaa jiru.
Dhiigni obboloota keenya dantaa siyaasaatiif dhangala'aa jira. Namoonni kumaatamaan lakkaa'aman kanneen eenyuyyuu isaan quba hin qabne mana hidhaa keessatti dararamaa jiru, haala isaan keessa jiran Rabbi qofaatu beeka.

Maarree Yaa obboloota koo!!!
Maaltu beeka tarii rakkoon dhunfaa keetii fi maatii keetii, ganda keetii fi naannoo keetii, biyya keenyaa fi amantii teenyaa, rakkoon addunyaa tana maraa #Sababuma_anaa_fi_ati_halkan_harraa_kana_Rabbii_keenyatti_harka_ol_qabnee_kadhanneef_furmaata_argachuutu_mala_taha!!

Kanaafuu yaa nama barreeffama kana dubbifte mee halkan harraa kana niyyaa tolfannee , qalbii qulqulluu fi murattuu taateen Rabbii keenyatti imimmaan haa buufnuu!!. Karoora qabnu hunda Rabbitti haa himannuu, waan sodaanne hunda isatti haa dhiyeeffannuu, Dhugumatti Rabbiin keenya argaa fi dhagahaadha!!!!

Yeroo kadhaaf harka ol kaafte immoo sekondii 5fis ta'u anaafis du'aa'ii godhi!!!

Rabbiin ibaadaa hunda nurraa haa qeebalu, kadhaa teenyas nuuf haa owwaatu, rakkoo keenyaafis nuuf haa birmatu,
Allaahumma Aamiin Summa Aamiin


Namni barreeffama kana argite hundi nama beektu hundaaf share godhi
@kennaapost @kennaapost
T.me/Kennaapost
116 viewsAbdii Biyyaa, 16:38
Ochish/sharhlash
2021-05-08 13:01:59
Mee obsaan dubiisaa Yaa Oboleesawan Muslima #sher_gotuu_malee_biiraa_hiin__dabriin zJk

Seenaa Akka malee Nama Boochistu Dubbistan Malee Bira Hin kuutinaa

Namichi yahuudaa Sooriyaa
Tahe Tokko Kitaaba Amantii
Isaanii Osoo Dubbisu Maqaa

Nabi Muhammad ﷺ
Kitaaba Isaanii Keessatti Arga
Namichis Maqaa Kana Waan Hin
Jaalanneef Maqaa Nabiyyii ﷺ
Kitaba Dubbisaa Jiru
Kana Irraa Haqa

Guyyaa Itti Aanu Kitsaaba Kana
Irra Deebi'ee yommuu Dubbisu
Maqaan Nabi Muhammad ﷺ Inni Haqee Turee
Bakkuma Duraa Sanitti Deebi'ee
Arga

Ammas Irra Deebi'ee Maqaa
Isaanii Kana Haqa
Haa Tahuu Garuu Namichi
yahuudaa Kun Guyyaa 3 ffaas
yommuu Kitaaba Kana Banu
Maqaan Nabi Muhaammad ﷺ Bakkuuma Sanitti Deebi'ee Arga
Waan Isa Mudate Kanaan
Ajaa'ibsiifatee " Wanti Kun
Mallattoo Ergamaa dhugaa Tahe
Ergamuu Isaa Ibsu Tahuu Hin
Oolu "

jechuun yaaduu Eegala
Kana Booda Namichi yeroo Isaa
Osoo Hin qisaasin Nabi Muhammadiin ﷺ
Ilaaluuf Gara Madiinatti Ka'e
Madiinaa yommuu Gahu Namni
Naannoo Sanaa Inni Beekhu
Tokkollee Waan Hin Jirreef
Balbala Masjiida
Nabi Muhammaditti ﷺ
dhihaatee dhaabate
Sahaabaa Nabiyyii Kan Tahan
Aanas 《R.A》 Gara Masjiidaa
yommuu dhufan Namicha
yahuudaa Kana Argan

Namichis Nabiyyii ﷺ
Bira Akka Isa Fidu Isaan Gaafate
Aanas Namicha yahuudaa Kana
qabeenii Gara Masjiidaan Seene
Hundi Isaaniituu Gadda Olaanaa
Ta'een Liqimfamanii jiru
Teessoo Walitti qabaa Wal-gahii
Fuuldura Ummataa Kaa'amee jiru
Iddoo Nabiyyi ﷺ
Irratti Abubakar Assiddiiq 《R.A》 Taa'anii jiru
Namichichi yahuudaa Nama
Teessoo Irra Kan Taa'ee jiru
Abubakariin
Nabi Muhammad S=a=w
Tahuu Hin Ooluu
jechuun GaraIsaanitti dhihaatee "
yaa Kabajaamoo Ergama Rabbii !!
Hanga Asiitti Kan dhufeef Nagaya
Isiin Irratti qara'uuf Barbaadeetiin
" jechuun Dubbate
yeroo Kana Ummatni Masjiida
Keessa Ture Hundi Booyuu
Eegale
Namichi Bitaa Itti Tahee " Ani
Keessummaa yahuudaa Biyyaa
Biroo Irraa dhufe dha
Rabbii Gabbaruun Akkam Akka
Tahe Hin Beeku yoo Tarii Waan
Hin Barbaachifne Dubbadhee
Jiraadhe Ani Hin Beeku Cal'isuun
qabaa Ture
Maaltu Isiin Boochise ?? "
jechuun Gaaffate
Iddoo Sana Kan Turan Umar 《R.A》 Ati Humaa Nu Gooteti miti
Kan Booyneef Nabi Muhammad《ﷺ》 Eega Boqotanii
Torbaan Dabree jira
Maqaa Isaanii Kaaftee yommuu
Dubbattu dhugeenyee Gaddi Akka
Haarayatti Onnee Keenya
Guuteetiin Boonye Isaan jedhan
Namichi yommuu Kana dhaga'u
Miiraa Gaddaatiin qalbiin Isaa
Cabxee Dafee Ufirratti Gadi Ta'e
Hamma Danda'een Miira Isaa
Gadi qabatee Eega Of-
Tasgabbeesse Booda " Amma
Waan Tokko qofa Akka Naaf
Gootan Barbaada
yoo Danda'ama Tahe Maaloo
Uffata Isaanii Naaf Keenna
Ija Kootiin Isaan Argu Dadhabus
yoo Xinnaate Uffata Isaanii Haa
Fudhadhu jechuun Kadhate
Umaris 《R.A》 Kana Godhuu
Kan Dadeessu Faaximaa qofa
Akka Taate Ibsan
Aliyyi 《R.A》 yeroo kanatti
Faaximaan Eenyuu Iyyuu
Dubbisuu Akka Hiin Barbaadne
Himan
Haa Tahuu Garuu Hundi Isaanii
Walitti qabamanii Mana Faaximaa
Deemuun Balbala dhadhawan
dhimma Itti dhufaniif Faaximatti
Himan
Faaximaan Radiyallahu Anhaa
Nabiyyiin 《ﷺ》 Du'uu
Isaaniitiin Dura Waan Tokko
Dubbatanii Turan
Namni Ana jaalatuu Fii Namni
Gaarii Tahe Tokko Biyya Fagoo
Irraa Ana Barbaacha Hanga Mana
Kootti dhufa
Haa Tahuu Garuu Namni Kun Ana
Lubbuun Na Hin Argatu
Kanaaf Kennaa Ana Irraa Isaaf
Kenname Tahuu Ibsuudhaan
Amaamaakoo Kan Daseewwan
Haalluu Garagaraa qaban Irraa
Tolfame Kana Isaaf kennaafii
maqaa kootiinis Bareechaatiin Isa
Keessummeessaa !! Jechuun
Dubbatanii Turan jette
Faaximaan Dubbatte
Namichi yahuudaa Kun
Ammaamaa Nabiyyii 《ﷺ》 Kana Eega Fudhatee Booda
Morma Isaa Irra Kaawwate
Islaamummaa Eega Fudhatee
Booda Iddoo qabrii Nabiyyi Akka
Isatti Agarsiisan Gaaffate
qabrii Nabiyyii 《ﷺ》 Ija
Isaatiin Ilaale Hafuurri Xumuraa
Isaa Kan Gara Keessatti Ol
Fudhatu Iddoo Kanatti Tahe
Adduniyaa Tanarraa Du 'aan
Godaane
Innaa Lillaahi Waa Innaa Ileyhi
Raaji'uun

Mee Eenyu Online Kan jiru Kan
Nabiyyi Irratti Salawaata Buusu
Sallallaahu Aleeyhi Wasallam
Khara Jaalalleewwaan Rabbii
Irraa Deemanirra Nuha Ofuu` Amiiiiiiiiin Yaa Allahaa
#Sher__walif___godhaa__wall___yadachiisaa
T.me/ummii_tube
96 views●▬▬๑▅▆▇█۩۩AbdurhemanIbnukedir۩۩█▇▆▅●▬▬๑, 10:01
Ochish/sharhlash
2021-05-08 12:59:32 Ibsaa Sheikh Yuusuf
MU'UJIZAA RASUULAA (S.A.W) BAATIIN
ADDAAN BAATE
•••••••••••••••••••••••••••••••••••••••••••••••••••••••••••
(Mu'ujizaa) jechuun: mallattoo Nabiyyiin tokko
Ergaa Rabbiin irraa ergameen isaaf ragaa
bahuuf Rabbi anbiyootaa kennu, Ammoo kan
sahaabotaaf ummata gaggaarii Rabbi kennu
(Karaamaa) je'ama
malee (Mu'jizaa) hin je'amu, Anbiyoonni
ergaman cufti mu'jizaa ni qabu, garuu
mu'ujizaan isaanii du'a
isaaniitiin dhokata, Garuu kan ergamaa
keenyaa cufa isaanii ni caala, Mu'ujizaa
isaanii hunda hangana jechuun hin
danda'amu, Ani mu'ujizaa isaanii hanga kuma
tokkoo ol ta'u 1000 argadhee jira, Mu'ujizaan
isaanii inni guddaan qur'aana, Sanirraa.
Akka Ibnu kasiir ﺭﺣﻤﻪ ﺍﻟﻠﻪ Kitaaba isaanii kan
ﺍﻟﺒﺪﺍﻳﺔ ﻭﺍﻟﻨﻬﺎﻳﺔ Je'amu keessatti Abdallaah bin
abbaas R,A, irraa odeeffametti: Gaafa tokko
ummatni kuffaaraa Nabi muhammadiin S,A,W,
biratti wal gahan, Jara sana keessa waliid bin
mugiiraa, Abuu jahli bin hishaam, Aas bin
waa'il, Aas bin hishaam, Aswad
bin yaguus, Aswad bin binul muxxalib, Zam'aa
binul aswad, Nadri binul haarisiifii ummatootni
biraas Rasuula S,A,W, biratti wal gahanii
Rasuulaan S,A,W, akkana je'an "yoo kan
dhugaa dubbattu taate ji'a/baatii tana bikka
lamatti addaan nuuf baqaysi, Cinaa isaa tokko
gaara Abii qubeysi -je'amu- cinaa
isaa kaan Gaara qu'eeyqaan -je'amu- irratti "
jennaan:Yoo ani akkas hojjadhe ni
amantuu ??" je'aniin "eeti-ni amanna-" je'aniin,
Gaafni suni waan bultii kudha afur gaafa jiinii
akkaan ifu waan ta'eef Rasuulli S,A,W, Akka
Rabbiin waan jarri gaafatan kana kennuuf
Rabbiin kadhatanii jiini/baatiin bakka
lamatti galgala cinaan tokko gaara Abii
qubeysiin irratti cinaan kuun gaara Qu'eeyqaan
irraatti fannifame,
ﻭﺭﺳﻮﻝ ﺍﻟﻠﻪ ﻳﻨﺎﺩﻱ ﻳﺎ ﺃﺑﺎ ﺳﻠﻤﺔ ﺑﻦ ﻋﺒﺪ ﺍﻷﺳﺪ ﻭﺍﻷﺭﻗﻢ ﺑﻦ
ﺍﻷﺭﻗﻢ . ﺍﺷﻬﺪﻭﺍ
Haala Rasuulli Rabbii Yaa abaa salamata bin
abdil asad yaa arqam binul arqan ragaa naaf
bayaa je'aniin,
Ammoo hadiisa biraatiin: erga jiini bakka
lamatti baqaqee arganii kuni falfala inni nutti
fakkeesse e, yoo kan dhugaa tahu taate nama
biyya biraatii dhufu gaafanna, Borumtaa wayta
nama ganda
biraa makka dhufe gaafatan "ee argine" je'anii
haala raajeffataniin deebisaniif, je'an,
Kuni kan ta'e osoo Rasuulli S,A,W, gara
madiinaa hin godaanin dura amata shan 5
ture, Seenaa kanaaf qur'aanni sana booda
dhufee irraa dubbatee jira,
ﺑﺴﻢ ﺍﻟﻠﻪ ﺍﻟﺮﺣﻤﻦ ﺍﻟﺮﺣﻴﻢ ‏( ‏( ﺍﻗﺘﺮﺑﺖ ﺍﻟﺴﺎﻋﺔ ﻭﺍﻧﺸﻖ ﺍﻟﻘﻤﺮ
‏( ١ ‏) ﻭﺇﻥ ﻳﺮﻭﺍ ﺀﺍﻳﺔ ﻳﻌﺮﺿﻮﺍ ﻭﻳﻘﻮﻟﻮﺍ ﺳﺤﺮ ﻣﺴﺘﻤﺮ ‏( ٢ ) ،
Seenaa tokko keessatti: jaarraa lama/ amata
dhibba lama dura qorattootni falakaa wayta ji'a
qoratuuf gama olii imalan dirra ji'aa irratti
dhooya gosa sadi argine jetti. . . Kanarratti
ulamaan akki je'an: Ammas taanaan kuni akka
nuti mu'ujizaa sana akkaan dhugo'oomsinu
iimaana nuuf eda'a ,
========
Mee namni ummata Nabi muhammad (S.A.W)
taatan cufti AL HAMDULILLAAHI je'aa ,
Kadhaa malee erguma dhalatte ummata
isaanii tahuu of argitee bar !!
Mee enyu kan nabiyyii kenyaa nabi
muhammad irratti salawaata buusu?
Salallaahu Aleeyhi Wasallam.
Salallaahu Aleeyhi wasallam
Salallaahu Aleeyhi wasallam
Salallaahu Aleeyhi wasallam
Salallaahu Aleeyhi wasallam
Salallaahu Aleeyhi wasallam
By: Qilleensi Nasrii Bubbise https//t.me/faana_haqaa
87 views●▬▬๑▅▆▇█۩۩AbdurhemanIbnukedir۩۩█▇▆▅●▬▬๑, 09:59
Ochish/sharhlash