Get Mystery Box with random crypto!

ilmaan Nabi Aadam irraa dhalatan obboleewwan abbaa tokkooti. a | Nuuralhudaa

ilmaan Nabi Aadam irraa dhalatan obboleewwan abbaa tokkooti. akkamitti obboleewwan wal fuudhanii ilmaan wal irraa horan. wanti kun shari'aa Islaamaa keessatti dhoorkaadha. gaafii kanaaf deebisaa Dr. Zaakir Afaan Oromootiin dubbisaa.
https://blog.nuuralhudaa.com/ilmaan-aadam-irraa-dhalatan-akkamitti-wal-fuudhanii-ilmaan-horan-e12587dbf0e5