Get Mystery Box with random crypto!

'Namni ollaan isaa hamtuu isaarraa nagaya hin tahin Wallaahi h | Nuuralhudaa

"Namni ollaan isaa hamtuu isaarraa nagaya hin tahin Wallaahi hin amanne, Wallaahi hin amanne, Wallaahi hin amanne."
Nabi Muhammadﷺ
[Bukhaarii : 6016]
- Namni haqa ollaa hin eegne Iimaana guutuu hin qabu. Namni ollaa isaa rakkisu Jannata hin seenu.
*واللَّهِ لا يُؤْمِنُ، واللَّهِ لا يُؤْمِنُ، واللَّهِ لا يُؤْمِنُ. قيلَ: ومَن يا رَسولَ اللَّهِ؟ قالَ: الذي لا يَأْمَنُ جارُهُ بَوايِقَهُ.*
الراوي : أبو شريح العدوي خويلد بن عمرو.