Get Mystery Box with random crypto!

Waan nuti quba hin qabne kan nu booda dalagamaa nu jiraachisu | Nuuralhudaa

Waan nuti quba hin qabne kan nu booda dalagamaa nu jiraachisu kana tafakkurtanii beeytuu? Isin keessaa namni itti yaadee “ amma sa’aa kanarraa eegalee harganuu qaba” jedhee harganee beeku jiraa laata? Dalgaan Ajaa’ibaa kan jireenya keenyaaf akkaan barbaachisaa tahe kun, osoo nuti quba hin qabne dalagama. Qaamni keenya harganuudhaaf hayyama nurraa hin barbaadu. Sammuufi Lubbuun teenyas sirna hargansuu kana toohachuu hin danda’an. Kun badhaasa addaati. INSTANT VIEW tuqaa barruu guutuu dubbisaa https://blog.nuuralhudaa.com/sirna-hargansuu-ilma-namaa-bd297ca9615e