Get Mystery Box with random crypto!

Konkolaataa bitachuu barbaadeen Dalaalaa tokko waliin wal ar | Oro Sarcasm 😂

Konkolaataa bitachuu barbaadeen Dalaalaa tokko waliin wal argee yeroon Amala Konkolaatichaa isa gaafadhu....

Yoo Boba'aa(Nadajii) fixxeeyyuu hin dhaabattu sheemiin qabeeti deemti malee.
@Orosarcasm