Get Mystery Box with random crypto!

Fayyadamtoota Application Nuuralhudaa hundaaf! yeroo ammaa ka | Nuuralhudaa

Fayyadamtoota Application Nuuralhudaa hundaaf!
yeroo ammaa kana nama 110,000 oltu Application Nuuralhudaa download godhatee telefoonarraa qaba. Seera Google haaraya baaserratti hundaayuudhaan, yeroo murtaayeef barruulee Afaan Oromoo Application Nuuralhudaa irra jiran hunda irraa kaasnee jirra. Nashiidaalee fi viidiyoowwanis irraa kaasnee jirra. yeroo muraasa booda ulaagaa Google barbaaduun wal simsiisnee sirreessinee itti deebisna. ammaaf sagantaalee radio Nuuralhudaa sagalee qulqullina qabu qofa irratti dhiisne. hangasiif akka obsaan nu eeydan kabajaan isin gaafanna. Galatoomaa!

Nuuraalhudaa
Soora Qalbii Muslimaa