Get Mystery Box with random crypto!

Ilaalchi ilmi namaa amantii irratti qabu kan ajaa’ibaati. Namn | Nuuralhudaa

Ilaalchi ilmi namaa amantii irratti qabu kan ajaa’ibaati. Namni amantii isaatiif jecha waan danda’u hunda godha. Amanitiin nuti irraa dubbataa jirru islaamummaa ykn kiristaanummaa miti. Ilaalcha addaa sabni ykn biyyi takka itti amanturraa haasoyna. Fakkeenyaaf biyya teenya keessatti adurreen gurraattiin yoo si fuulduraan qaxxaamurte carraa hamatu si qunnama jedhamee amanama. Barruu tanaan amantiiwwan ajaa’ibaa muraasa isinii dhiheessina. https://nuuralhudaa.com/36004/