Anii fi Abbaan mana kiyyaa guyyaa adii ramadaanaatiin walitti | Nuuralhudaa
Anii fi Abbaan mana kiyyaa guyyaa adii ramadaanaatiin walitti qananiine. Gama kootii wanti kun badii akka ta’e beekee kaffaaraa narra jirus ofirraa baase. Garuu abbaa manaa kiyyatti hin himne. https://nuuralhudaa.com/fnh/695/