Get Mystery Box with random crypto!

DHADDACHA JAALALAA    Kabajamtoota hordoftoota Radio Nuuralhu | Nuuralhudaa

DHADDACHA JAALALAA   
Kabajamtoota hordoftoota Radio Nuuralhudaa; guyyaa har’aa iyyannoo dhaddacha Jaalalaa fi Riqicha sunnaah keessummeessuu eegallee jirra. namoonni iyyannoo qabdan liinkii tuqaa iyyannoo keessan katabaa. namoonni iyyannoo ergatan haalaan heddu waan tahaniif, foormiin kun banamuudhaaf xiqqoo turuu mala. eega liinkii tuyxanii booda sakandii muraasa obsaan eegaa. galatoomaa. https://nuuralhudaa.com/iyyannoo/