Get Mystery Box with random crypto!

Abbaan Warraa kiyya Amaanaa namni isarraa qabuu fi kan inni na | Nuuralhudaa

Abbaan Warraa kiyya Amaanaa namni isarraa qabuu fi kan inni nama irraa qabus akka too’attu galmee cufa haadha isaatti kennee waan hunda itti dhaamee biraa du’e. Haati isaa tun amaanaa namaa kafala jechaa horii narraa fuudhaa osoo hin kafalin karaa irraa maqsiti. Kan isaatis kan namarraa fuutu hin kennitu. Ani ammoo galmee waan hin qabneef, waan isarratti hafeefi kan isaa nama biroo irratti hafes hin beeku. Haalli kun akkami? deebisaa guutuu liinkii kanarraa dubbisi https://nuuralhudaa.com/fnh/684/