Get Mystery Box with random crypto!

Avoset Shimbira bishaan keessaa jedhamee waamama. Sababni isaa | Nuuralhudaa

Avoset Shimbira bishaan keessaa jedhamee waamama. Sababni isaatis yeroo qilleensa gubbaa barrisu yoo taate malee, hedduminaan bishaan keessatti dabarsa. Rabbiin guddaan uumaan uumama hundaa, qubbeen isaa jiddu gogaa adda dhifamu kenneef. Miila Ajaa’ibaa kanaan lafa dhoqqeefi cirrachaa keessas rakkoo takka malee deemuu danda’a. Miilli isaa dhoqqeefi cirracha keessas akka gad hin seenne, gogaa qubbiin isaa jiddutti argamu kanatu dhoorga. Dabalataan allaattiin kun ija ajaa’ibaa badhaafamee jira. Ijji isaa bishaan keessattis haala gaariin waa arguu dandeetti. waa'ee uumama kanaa INSTANT VIEW tuqaa dubbisaa. https://blog.nuuralhudaa.com/shimbira-bishaanii-avocet-11d38d8bf04e