Get Mystery Box with random crypto!

#Biqiltuu_Kunuunsi_Tole #Asoosama gabaabaa ♡♡♡♡♡ | 🧕🧕ADLI TUBE 👳👳


#Biqiltuu_Kunuunsi_Tole


#Asoosama gabaabaa
♡♡♡♡♡♡♡♡♡♡♡
by Abdul-Aziz Ahmedin
♤♤♤♤♤♤♤♤♤♤♤♤

@kennaapost @kennaapost

Caaltuun dhalootaan godina wallaggaa bahaa magaalaa naqamteet. Maatiin ishee ilma dhiiraa waan hin qabneef Caaltuun akka ilma hangafaatti ilaalamti malee akka intalaattii miti. Caaltuun barnoota ammayyaa fi amantii islaamaatiinis akkaan cimtuu fi jabduu namaati. Bilchina sammuu kanas haadhaa fi abbaa ishee irraa waan dhaalte fakkaatti. Qormaanni dargaggummaa fi haalli jireenyaa, akkasumas dubartummaan gonkumaa ishee hin gufachiifne. Qaruuxummaa isii kanaaf abbaa fi haati ishee gahee leencaa taphatu.....
Guutuu asoosama kanaa dubbisuuf linkii armaan gadii kana xuqi